Leenjiin Hojjatoota Balaa Tasaa Ibiddaaf kennamuu jalqabe ittifufeeti jira.

Leenjiftoota Ol’aanoo Biyya Faransaayiin kan Dhaabata Kaaksi EPiPiYuuIi jedhamu irraa dhufaniin Hojjatoota Qajeelcha Waliigala Poolisii Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Gaggeesotaa fi Miseensota Divizinii Ittisaa fi To’annoo Balaa Tasaa Ibiddaa, Hojjatoota Naannawa Daldala Bilisaa , akkasumaas Kan Naannoo Hararii fi Kan Naannoo Soomalee leenjiin hirmaachisu Kun leenjiin kennamuu jalqabe Kun kan ittifufe yoo ta’u guyyaa arraa leenjichi…

Read More

Akkaataa Fayyadamummaafi Suphaa Konkolaattota Elektirikiirratti Fayyadamtoota Leenjisuun Barbaachisa Ta’uun Ibsame.

Dhaabbanni Tajaajila Konkolaataa Elektirikaa “SWIFT” Dandeettii Bu’uraa Akkaataa Suphaafi Konkolaachisummaarratti Maammiltootaafi Qoodafudhattootaaf Leenjii Ogummaa Kenne. Hojigaggeessaa dhaabbatichaa kan ta’an Obbo Buruk Ashabbir tajaajilli geejjibaa SWFT rakkoolee geejjibaa bulchinsatti .update furuu bira dabree konkolaattota elektirikiin hojjetan bara Biyyaa galchuudhaan maammiltootaaf dabarsee kennaa jiraachuu eeranii kanaafimmoo Akkaataa fayyadamummaafi suphaa konkolaattottaa human ibsan hojjetaniirratti ogeeyyii biyya Chaaynaatti leenjii…

Read More

Naannoo Ofii Qulqulleessuun Dhukkuboota Ciniinnaa Bookeen Daddabran Kanneen Akka Buseefaa Ittisuuf Hawaasni Hundumtuu Tumsuu Akka Qabu Ibsame.

Waajjirri Aanaa 02 Ganda 5fi 6tti iddoo adda Marmaarsaafi GTZ jedhamutti duula qulqullina naannoo gaggeessuudhaan ittisa weerara dhukkuboota bookeen daddarbanirratti hubannoo manaa-manattii kenne. Hojigaggeessaa Olaanaa Aanaa 02 kan ta’an Obbo Abeel Misraaq saganticharratti haasaa taasisaniin dhukkuboota akka buseefi chikunguniyaa dabalatee kanneen biroo ittisuudhaaf naannoo qulqulleessuun, balfawwan gubuun, bishaan ciise facaasuufi qabeewwan bishaanii sirritti qadaaduun kan…

Read More

Bulchinsatti Pirojektoonni Deeggarsa Maallaqaa Baankii Addunyaatiin Hojjetamaa Jiran Fayyadamummaa Ummata Kan Mirkaneessan Ta’uun Ibsame.

Jilli Aanga’oota Baankii Addunyaa Damee Afrikaa Bahaatti Hoji gaggeessaa Hojmaata Jireenyaafi Lafa Magaalaa (Urban Resilience and Landa) kan Ta’an Mr. Abhas K. Jha tiin durfamu Pirojektoota misoomaa deeggarsa Maallaqaa Baankii Addunyaatiin Bulchinsa Dirree Dhawaatti hojjetamaa jiranirratti fi akkaaataa hojiilee kanneen ciminaan itti fufsiisfamanirratti aanga’oota bulchinsaa waliin mari’achuun haala piroojektoonni irra jiran daawwateeti jira. Daawwannaa gaggeeyfame…

Read More

Miseensoota Paartii Badhaadhinaa kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif Gurmaa’iinsa Paartii fi Ergama Miseensummaa irratti leenjii hubannoo gabbisuu kenname.

Waltajjii leenjii kana irratti Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Daayireektarri Daayireektoreetii Infoormeeshin Komunikeeshinii Obbo Milkeessaa Muummee akka jedhanitti imala Badhaadhinaa biyyi teenya jalqabde saffisiisuuf ga’een Miseensotaa fi raawwatootaa ol’aanaadha jedhan. Miseensotaa fi raawwatoonni beekumsaa fi dandeettiin cimsaa deemuun shoora irraa ergamu gumaachuu qabuu jechuun dhaaman. Biiroochatti Daayireektarri Daayireektoreetii Qaamolee Miidiyaa horaachuu fi Ga’oomsuu Obbo…

Read More

Hojiin Tola-ooltummaa Qaama Miidhamtootaafi Maanguddootaaf Furtuu Rakkoo Hawaasummaati.

Hojii Tola-ooltummaa gannaa baranaatiin Manneen qaama-miidhamtootaa 7 Aanaa 01, Ganda Rige, Aanaa 04, , Aanaa 07 keessattiDhaabbileen Seektarootaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatiin ijaaramanii xumuraman furtuunisaanii meeshaalee manaa waliin dabarsanii Abbootiif kennamaniiru. Itti gaafatamaan Waajjira Dirree Dhawaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Ibraahim Yuusuf sagantaa walharkaa fuudhinsa furtuu mana jireenyaa kanaarratti haasawa taasisaniin,hundeeffamuu mootummaa jijjiiramaa kana hordofee, hojiin tola…

Read More

“Kana Booda Hirriiba Malee Buluun Narraa Hafee; Nagaan Rafee Buluu Kooti”

Maatii Harka qalleeyyii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Ijaarameef Bulchinsa Dirree Dhawaatti Manneen harkaqalleeyyii Aanaalee 02, 05 fi 08 Itti hojiilee tola-ooltummaa ji’oottan gannaa baranaatiin ijaaraman 14 bakka Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh fi Afayaa’ii Itti Aantuu Mana Marii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Kariimaa Alii argamaniiti eebbifamuun fayyadamtootaaf furtuun kenname. Guyyaa kanatti…

Read More

Waldaan Liqii fi Qusannoo ‘SWift’ konkolaatota elektirikaan hojjatan miseensota qusatan 20f laatan

Guyyaa har’aa konkolaattonni 20 miseensota waldiyichaa dursanii qusataa turaniif dabarsee kennee jira. Waldaan Liqii fi Qusannoo Swiiftii damee geejjibaa ammayyeessuun baasii boba’aa qusachuudhaan konkolaattota moodeela bara 2025 qulqullina olaanaa qaban magaalaa keenyatti galchuudhaan kan beekamu konkolaattota elektirikii 200 tajaajilaaf dhiyeessee jira. Sirna walharkaa fuudhinsa kanarratti Bulchiinsa Itti Gaafatamaa Waajjira Badhaadhinaa damee Dirree Dhawaa Kabajamoo obbo…

Read More

Magaalaa Dirree Dhawaa Aanaa 02tti Jiraattoonni Ganda 06 Naannowa Baargeelleetti Bo’oo Bishaanii Meetira Kuma 1 ijaarsa Daandee Meetira 700 hojjetameefitti gammachuu guddaa qabaachuu ibsan

Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aanaa 02 Gana 06 naannawa Baargeelleetti Daandiin Meetira 700 fi Gallon bishaanii Meetira kuma 1 Ejensiin Hirmaannaa Ummataa waajjira Hojigaggeessaa Bulchinsaa Magaalaafi Aanaa 02 waliin ta’uun hojjetame eebbifamuun tajaajilaaf kennuu jalqabeeti jira. Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf Saganticharratti argamuun haasaa taasisaniin jiraattota gandichaaf ergaa baga gammaddanii…

Read More

Aadaa Ofii Walgargaaruu Cimsiuudhaan Hirkattummaa Jalaa Bahuun Akka Barbaachisu Himame.

Komishiniin Ittisa Balaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Sosochii Deeggarsa Namoomaa Ofii, Gahee Maatii,fi Ijaarsa Tumsa Ummataa Diriirsuurratti Aanaalee Bulchinsaafi Qooda Fudhattoota Waliin Waltajjii Marii Gaggeessa. Biyyi deeggarsa biyya alaatiin guddatte kamiyyuu akka hinjirre kan dubbatan Hagganaa Itti Aanaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Bulchinsaa Dirree Dhawaaf Hogganaa Damee ijaarsa Siyaasaa Obbo Shaakir Ahmed Waltajjicharratti haasaa taasisaniin yaaddama Ministira…

Read More