Kolleejjii Poolii Teeknikaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Giddugalli Barnoota ICT fi Qorannoof Qo’annoo Sadarkaa Afrikaa Birrii Mil. 384 n ijaaramuufi.
Biiroon Ogummaa Hojii Bulchinsa Dirree Dhawaa Koollejjii Pooliiteeknikaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Giddugala Barnoota ICT fi Qorannoof Qo’annoo Sadarkaa Afrikaatt Tajaajilu Baasii Birrii Mil. 384n ijaarsisuuf sirna Dhawaa Bu’uraa Kaa’uu Gaggeesse. Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf, Bakka Bu’aa Dhaabbata “Skill Initiative For…


