Waldorgommiin Kubbaa Miilaa Baratootaa Paan-Afrikaa Marsaa 3ffaan Istaadiyeema Idil-addunyaa Dirree Dhawaatti Gaggeeffamuu Jalqabe.

Ministeerri Dargaggoofi Ispoortii Itoophiyaa Ministeera Barnootaafi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa waliin Ta’uun Waldorgommii Kubbaa Miilaa Barattootaa Paan-afrikaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Kan qopheesse yommuu ta’uu sagantaan baninsaa waldorgommichaas har’a waaree booda Istaadiyeema Idil addunyaatti gaggeeffamaati jira. Ministeera Dargaggoofi Ispoortii Itoophiyaatti Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Makkiyuu Mohammed, Hogganaa Biiroo Barnootaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii,…

Read More

Biiroon Eegumsa Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Daa’imman dhibee irraa eeguuf hojjachaa jiraachuu beeksise.

Duulli dhaadannoo “Daa’imni kamiyyuu osoo hin talaalamne hafuu hin qabu” jedhuun gaggeeffamaa jiru kun, daa’imman dhibee hamaa kana irraa eeguuf tarkaanfii murteessaa ta’uu ibsameera. Talaalliin pooliyoo bara darbe ji’a caamsaa fi waxabajjii marsaa lamaafan kan kenname yoo ta’u, talaalliin marsaa sadaffaa bara kanaa fulbaana 30 hanga onkololeessa 3, 2018tti, guyyoota afur walitti aansuun kan gaggeeffamu…

Read More

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Duulli talaallii pooliyoo marsaa 3ffaa guyyoota 4f turu borurraa eegalee ni gaggeeffama

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti duulli Talaallii pooliyoo walitti hidhame marsaa 3ffaa Fuulbaana 30 irraa eegalee akka gaggeeffamu Itti Aanaan Biiroo Eeguma Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Yuusuf Sa’id dubbataniiru. Hogganaan kun talaalliin pooliyoo daa’immanii kun Fuulbaana 30 irraa eegalee guyyoota 4 walitti aansuun daa’imman umuriin isaanii waggaa 5 gadi ta’eef akka kennamu Obbo Yuusuf eeraniiru. Duula…

Read More

”Dirreen Dhawaa magaalaa halkaniifi guyyaas Sichiin itti gaggeefamu tan sochiin Itoophiyaan haa Oomishtuu itti bu’ureefamee jedhan” Ministeerri Indastirii Obbo Malaakuu Alabal

Jilli Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirreen Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarii fi Ministeerri Indastirii Obbo Malaakuu Alabal hammaate guyyaa arraa Indastiriiwan Oomishtoota 11 Eebbisan. Sagantaa eebbaa kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirreen Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Dirree Dhawaatti Hundeeffama Moitummaa jijjiiramaan Asiitti Indastiriiwan Oomishtoonni hawaasa naannichaa fayyadamtummaa isaanii guddisaa jiruu jedhan. Ministeerri Indastirii Obbo Malaakuu Alabal…

Read More

Jilli Ministeera Industirii Itoophiyaa Kabajamoo Obbo Malaakuu Allebeliin Durfamau Warshaalee Bulchinsatti Ijaaraman Eebbisiisuufi Daawwachuuf Dirree Dhawaa Galan.

Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idol Addunyaa Dirree Dhawaa Yommuu gahutti Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh fi Afayaa’ii Manamarii Bulchinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Aadde Fathiyaa Adan, miseensonni Kaabinee Bulchinsaafi gaggeessitootti olaanoon bulchinsaa argamaniiti jiran.

Read More

Hojiiwan Misooma Bu’uuraa Dirree Dhawaatti hirmaannaa Hawaasaatiin Hojjataman kutaalee biyyattii Birootiif Fakkeenyummaa qabuu jechuun ibsan.

Jilli Piroofeesar Mahammad Abdootin Duurfamu Bu’uuraalee Misoomaa Bulchiinsatti Hojjataman Daawwatee Jira. Sagantaa Daawwannaa kana irratti walitti qabaan koree Dhaabbii Dhimmoota Bu’uuraalee Misooma Magaalaa fi Geejjibaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan tahan Piroofeesar Mahammad Abdoo, Bulchiinsi Dirree Dhawaa qabeenya muraasa qabutti sirnaan fayyadamuun hojiilee fooyyee qaban kan iddoo biraatiif fakkeenya tahuu danda’an hojjechuu isaanii sagantaa…

Read More

Tajaajilli Diiga Arjoomuu Lubbuu Lammiilee Baraaruu Keessatti Gumaacha Guddaa Kan Qabu Ta’uun Ibsame.

Konfaransiin Baankota Dhiigaafi Tishuu Waggaa Marsaa 13ffaa “Dijitaalaayzeeshininiifi Kalaqni Tajaajila Baankii Dhiigaafi Tishuutiif” mataduree jedhuun Bulchinsa Dirree Dhawaatti Gaggeeffamaa Jira. Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Waltajjicha haasaan yommuu bananitti sagantaan dhiiga arjoomuu lubbuu lammiilee baraafuu keessatti gaacha guddaa kan qabu ta’uu eeranii ministeerri fayyaa Itoophiyaa tajaajila fayyaa saffisaafi si’ataa lammii biraan gahuurratti…

Read More

Gareen supparvizhinii waajjira paartii badhaadhinaa damee bulchinsa dirree raawwii hojii kurmaana tookoffaa hundee badhaadhinaa seektarootaa fi aanaalee bara 2018, ilaaluuf deeggarsaa fi supparvizhinii gaggeeysuu eegale.

Gareen supparvizhinii kun kallattii cheeklistii kaayamee jiruutiin hojiin barbaachisu hojjetamaa jira moo hin jiru dhimma ja’u gamaggamuun cinaachi cimaan jiru akka itti fufu hanqinoonni jiran immoo akka sirraawan kallattii kaayuudhaan deeggarsa barbaachisu taasisaa jiru. Gareen supparvizhinii kun yeroo itti aanuttis seektaroota hafanirratti hojii deeggarsaa fi supparvizhinii ni gaggeeysa.

Read More