Dirree Dhawaatti Ayyaanni Masqalaa Kabajamoo Jira.

Ayyaanni Masqalaa Bara 2018 Magaalaa Dirree Dhawaa Addababa’ii Lagaharitti Bakka abbootiin amantichaa heedduun argamanitti taa’insoota garagaraan kabajamaati jira. Hordoftoonni amantichaa uffataafi faayawwan aadaa garagaraa godhachuun ayyaanicha kan kabajachaa jiran yommuu ta’u, shubboo qabsiisuufi faaruuwwan garagaraa faarfachuun ayyaanichaa waliin kabajachaati jiru. Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa bira dabree obbolummaafi waloominni akkasumas obbolummaafi jaalalaan waliin jireenyi kan Itti…

Read More

Manneen Hojiifi Jireenyaa Naannawa Misoomni Koriidaraatti Ijaaraman Akkaataa Miidhaginaafi Sadarkaa Isaanii Eeggataniin Ijaaramuu Akka Qaban Hojjetamaa Jiraachuun Ibsaman.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Hojiin Misooma Koriidaraafi Istaandardiin Gamoowwanii Hojiilee Misooma Koriidaraa Fuulduraa hojjetanii waliin adeemsisuuf qaamota dhimmichi ilaallatu, abbootiin gamoowwaniifi dhaabbilee waliin waliajjiin Marii gaggeeffame. Waltajjii Marii kanarratti kan argaman Daayreektarri Abbaa taaytaa hayyama ijaarsaafi to’annoo Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Efreem Girmaay hojii Misooma koriidaraatiin hojjetaniifi fuulduraaf kanneen hojjetamuuf jiran Sadarkaa ammayyuummaa isaanii akka eeggatan…

Read More

Bulchiinsatti piroojaktiilee kaappitaalaa bara 2018 hojjataman ilaalchisee kantiibaan bulchiinsa Dirree Dhawaa seektaroota mootummaa waliin sanada waliigaltee walii mallatteeysan.

Sirna sanada waalii mallatteeysuu kanarratti bara baajataa 2018’tii sadarkaa bulchiinsa Dirree Dhawaatti piroojaktiileen 147 kaappitaala qarshii biiliyeena 8tti dhihaatuun hojjatamuuf kan karoorfaman tahuun ibsameeti jira. Sagantaa walii mallatteeysuu kanarratti haasawa kan taasisan kantiibaan bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juhaar, piroojaktiileen bara 2015 jalqabamanii bara baajataa kanattiis itti fufan jiraachuu ibsanii, akkuma waliigalaatti baajata piroojaktiilee kaappitaalaa…

Read More

Dirree Dhawaatti Giddugalli Tajaajila Tokkichaa Dirree Masoob Haala Miidhagaan Eebbifame.

Dirree Dhawaa Smart gochuufi Kenna Tajaajila Si’ataafi Ariifachiisaa teeknolojii sooftiweerii ammaayyaan deeggarame hojiirra oolchuuf akka miijatutti kan hojjetame Giddugalli Tajaajila Tokkichaa Dirree Masoob xumurame eebbifame. Sagantaa Eebba Giddugalichaarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Kabajamtuu Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Aadde Fathiyaa Aden, Ministeerri Tajaajila Komunikeeshinii Itoophiyaa Kabajamtuu Aadde Innaatalem Eebba…

Read More

Dirree Dhawaatti Giddugalli Tajaajila Tokkichaa Dirree Masoob Haala Miidhagaan Eebbifamaati Jira.

Sagantaa Eebba Giddugalichaarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Kabajamtuu Afayaa’ii Itti Aantuu Mana Marii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Aadde Kariimaa Alii Ministeerri Tajaajila Komunikeeshinii Itoophiyaa Kabajamtuu Aadde Innaatalem Eebba Mallas Dabalatee aanga’oonnifi miseensonni Kaabinee bulchinsaa, abbootiin amantaa, jaarsoliin Biyyaatiif abbootiin gadaafi, ugaazonni, hojjettoonni mootummaa, fi keessummoonni hedduun argamaniiti jiran Bal’ina Oduu kanaa…

Read More

Ministeerri Tajaajila Komunikeeshinii Itoophiyaa Kabajamtuu Aadde Innaatalem Eebba Mallas Buufata Tajaajila Tokkichaa Dirree Masoob eebbisiisuuf Ganama Har’aa Dirree Dhawaa Galan.

Kabajamtuu Aadde Innaatalem Mallas Yommuu buufata xiyyaaraa Idiladdunyaa Dirree Dhawaa Gahanitti Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh dabalatee miseensoonni Kaabinee bulchinsaa simannaa taasiseefiiti jiran. Iliyaas Aammeetiin Suuraa: Agenyehu Shawaaraggaa Wasiirka Wasaaradda Isgaarsiinta Fadaraalk Marwo Itatalem Melas, oo dhawaan oo soo gadhay magaalada Diridhaba ayaa xariga ka jari doonta xarunta adeegga hal…

Read More

Hidha Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi Badhaadhina Itoophiyaa Damee Humna Ibsaan Tumsuu Bira Dabree Olka’insa Itoophiyaa Kan Mirkaneessu Ta’uun Ibsame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Xumuramuu Hidha Haaromsaa Itoophiyaa Guddicha Ilaalchisuun mataduree” Oomishtummaafi Olka’insa” jedhuun Mariin Paanaalii Ummata Gaggeeffame. Waltajjicharratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar , Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsaa Dirree Dhawaa Kab.Aadde Fatiyaa Aden, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf dabalatee Hoggantoonni Olaanoon bulchinsaa , abbootiin amantaa, hojjettoonni…

Read More

Koolleejjiin Olbiraayit Intarnaashinaal Kaampaasii Dirree Dhawaa Barattoota barnoota leenjii Teeknikaa fi Ogummaa garagaraan Barsiisaa ture Eebbisiise

Koolleejjichi Barattoota Muummeewwan Barnootaa sagantaa Idilee fi galgalaatiin Barsiisaa Ture 120 gulantaa Dippiloomaatin yeroo Jalqabaatiif Eebbisiisee jira. Sagantaa Eebbaa kanarratti argamuun Haasawa kan taasisan itti gaafatamaan Waajjira Kantibaa fi dhimmoota kaabinee obbo Gabayyoo Xilaahun kolleejjileen haala baruu fi Barsiisuutiin gamatti qo’annoo qorannoo Gochuun rakkoolee Hawaasaa fi biyyaa furuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu eeranii kolleejjiin Olbiraayit…

Read More

Jilli Pireezidaantii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Obbo Abbee Sanoo durfamuu Dirree Dhawaa galanii jiran.

‎Jilli Pireezidaantii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Obbo Abbee Sanoo durfamuu Dirree Xayaaraa idil adunyaa Dirree Dhawaa Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Dirree Dhawaa gahanitti, Kaantibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Itti-Aanaa Kaantibaa Obbo Harbii Buuh fi Manaajmantii Distiriiktii Baankii Daldalaa Itoophiyaa Damee Dirree Dhawaatiin qeebalinsi taasifamee jira. ‎ ‎Jilli kun Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Dirree Dhawaa…

Read More

Dhaabbatni Maaykiroo Faayinaansii Dirree Dhawaa dhaabbata maamiltoota isaaf abjuu saanii dhugoomsuun hiyyummaa irraa gara badhaadhinaatti jijjiiraa jiru jedhame

Dhaabbatni Maakiroo Faayinaansii Dirree Dhawaa guyyaa har’aa hawaasa dhabbaticharraa fayyadamoo tahaniif beekamtii kennuuf konfiraansii waggaa isaa gaggeessee jira. ‎ ‎Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Jawaar saganticha irrattis argamuun haasawa kan taasisan yoo ta’u, bu’aa gaarii Dhaabbatni Maakiroo Faayinaansii Dirree Dhawaa diinagdee bulchiinsa kanaa irratti geessisaa jiru ibsanii, dargaggoonni abbootii qabeenyaa, dubartoonni, daldaltoonni, qonnaan…

Read More