Miseensonni mana marii bakka bu’oota ummataafii mana marii bulchiinsa Dirree Dhawaa kilaastara Qala’aaditti waltajjii marii bakka bu’ummaa hawaasaa Adeemsisan.

Waltajjii marii hawaasaa waliin taasifame kanarratti kan argaman Miseensi Mana Marii bakka bu’oota ummataafi bakka buutuun bulchiinsa Dirree Dhawaa Dr. Biiftuu Mahammad haasawa taasisaaniin, Manni Marii waggaatti yeroo Lama hawaasa isa filaatee waliin marii kan taasisu tahuu himanii, marii hawaasa kilaastarichaa wajjiin tasiisaniin gaafiilee fi yaadoota bu’uuraalee misoomaa wajjiin walqabatanii ummata biraa ka’an qindeessuun, sadarka…

Read More

Kabajja Biyyattii Mirkaneessuurratti Cichoominaan Hojjechuu Kan Barbaachisu Ta’uun Ibsame.

Guyyaa Cichoominaa Jedhamuun kan kabajamaa jiru Ayyaanni Qaammee 1 Bulchinsaa Dirree Dhawaatti bifa Miidhagaan Kabajamee Oole. Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Saganticharratti argamuun Ergaa baga geessanii yommuu dabarsanitti Itoophiyaa daandii Ofii hordofuun imala guddinaafi misoomaa isii mirkaneeffachaa jiraachuu eeranii akka addunyaattis dinagdeefi birmadummaa isii eeggachuudhaan seenaa addaa galmeessuu jiraachuu ibsan. Kabaja ayyaana…

Read More

Waloomina Miidhagina Itoophiyaatiif!”

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Ayyaanni Qaammee 2 ,Guyyaa Waloomaa jedhamuun beekamu Hoteela B-Capitalitti Bifa miidhagaan kabajamaa jira. Siena Kbaja Ayyaanichaarratti Kabajamoo AKantibaa Itti Aanaa Obbo Harbii Buuhfi Afayaa’ii Itti Aantuu Kab. Aadde Kariimaa Alii dabalatee aanga’oonni olaanoon bulchinsaa, Abbootii Amantaa, Abbootii Gadaa ,Ugaazonnifi keessummoonni hedduun kan argamaniiti yommuu ta’a, bal’ina Oduu kanaaf odeeffannoowwan jiran hordofnee kan…

Read More

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Hawaasa harka Qalleeyyii Aanaa Dirree Dhawaaf deegarsa maddii qooduu gaggeesse.

‎ ‎Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Dirqamaa fi hawaasummaa isaa cimsuuf Ayyaana Bara haaraa 2018 sababeeffachuun sagantaa maddii nyaataa qooduu gaggeesse. ‎ ‎ ‎Sagantaa kana irratti Daareektarri Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa kan damee Dirree Dhawaa Obbo Gezahegn Bekana deggersa haasawa taasisaniin, daakuu daqiiqaa kiiloo 25, zayita nyaataa liitira 5, fi maallaqa Birrii 1300,, walumaa galatti Birrii kuma 6,…

Read More

Marii fi tumsa waloo naannoolee ollaa gidduutti taasifamu wal-dhabdee naannoo furuu fi hariiroo Uummataa cimaa uumuuf kan gargaaru tahuu,Itti Aantuun Af-yaa’ii Mana Marii Federeeshinii Aadde Zahraa Umad ibsan.

‎Manni marii Federeeshinii Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaa dhaabbata UNDP waliin ta’uun Waltajjii Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waltajjii walitti dhufeenya mootummaa fi ijaarsa nagaa naannolee ollaa Baha Ityoophiyaa gidduutti xiyyeeffate qopheeyse gaggeesse. ‎ ‎Sirna hariiroo mootummoota biyya keenyaa gidduu jiru cimsuu fi siranaawaa taasisuuf labsiin Dambii Hariiroo Mootummoota Gidduu jiru cimsuu Lakk. 1231 /2013 eerga bahee bubbuleeti…

Read More

Hariiroon Naannoolee Ollaa Cimsuun Nageenyaa Waaraa Mirkaneessuufi Guddina Biyyattii Itti Fufsiisuudhaaf Murteessaa Ta’uun Ibsame.

Manni Marii Federeeshinii Itoophiyaa Federeeshiniin Waltajjii Marii Ijaarsa Duudhaa Nageenyaafi Hariiroo Mootummoota Naannoolee Ollaa Itoophiyaa Bahaa Cimsuu Bulchinsaa Dirree Dhawaatti Gaggeesse. Kaayyoon Waltajjii Kanaa Hariiroo Naannoolee Bahaa Itoophiyaa Cimsuu akka ta’e kan eeran Afay’iin Manager Marii Federeeshinii Itoophiyaa Aadde Zahra Umuud waltajjicha haasaan yommuu bananitti Manni marichaa waltajjii Hariiroo Naannoolee ollaa Kanneen Baha Itoophiyaatti argaman…

Read More

Ogeeyyiin Komunikeeshiniifi sàbqunnamtii Dhaabbilee seektarootaafi Aanaaler Ogummaa waliigaltee Teeknoolojii Dijitaalaa Ammayaatiin Deeggarame Cimsachuudhaan Odeeffannoo Qulqullinaafi Haqummaa qabu Ummata Biraan Gahuu Akka Qaban Ibsame.

Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Qunnamtii Bara Teeknoolojii Dijitaalawaairratti Ogeeyyii Komunikeeshiniifi Sabqunnamtiifi Leenjii Kenne. Teeknoolojiin Dijitaalaa Hojii Waliigalteetiif carraafi gufuu guddaa qabatee dhufuu kan eeran Hogganaan Biiroo Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Buruk Fallaqaa waltajjicharratti haasaa taasisaniin yeroo ammaa kanatti hojii miidiyaafi Komunikeeshinii haala dhugaafi dhara adda baasuun rakkisuun dhihaachuudhaan soba fakkeessuufi…

Read More

“Miidiyaa Dijitaalawaa Waliigaltee Olaa’aanaaf!” Mataduree Jedhuun Leenjiin Ogeeyyii Komunikeeshiniifi Miidiyaa Bulchinsa Dirree Dhawaatiif Kenname.

Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Bulchinsa Dirree Dhawaa Mataduree “Miidiyaa Dijitaalawaa Waliigaltee Olaa’aanaaf!”jedhurratti Ogeeyyii Miidiyaa,fi komunikeeshinii dhaabbilee mootummaafi Ogeeyyii Qunnamtii Hawaasaaf leenjii dandeettii cimsuu Kenne. Leenjichi Akkaataa Miidiyaa fi Kumunikeeshinii Tajaajilaa Ummataaf oolchuun danda’amuufi akkaataa Hojiileen Miidiyaafi Komunikeeshinii nageenyaafi birmadummaa biyyaa eegeen naamusaan adeemsifamuu akka qabuufi karooraan deeggaramuu akka qabanirratti sanadni leenjii dhihaachuun Marion bal’aan taasifameeti jira….

Read More

Gamtaan Paartii Badhaadhinaa kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa mariin gaggeessan.

‎Bulchinsa Dirree Dhawaatti Miseemsonni Gamtaa Paartii Badhaadhinaa kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Itoophiyaan gara Biyya Fakeemyaatti, Dirreen Dhawaa gara fakkii Badhaadhinatti Mata-duree jedhuun Mariin gaggeessan. ‎ ‎Waltajjii kana irratti Hooganaan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruuk Falaqaa akka jedhanitti Biyya yeenya Itoophiyaa Hiyyummaa keessaa baasuun Seenaa waggoota dheeraaf ture jijjiiruuf Paartii…

Read More

Komishiniin Dargaggootaa fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa bara baajata 2017tti hojiin milkaawaa hojjachaa ture cimsee akka itti fufu beeksise

Komishiniin Dargaggootaa fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa gamaaggama raawwii karooraa kan bara baajata 2017 fi waltajjii orienteeshinii karoora bara 2018 qooda fudhattoota dhaabbatichaa waliin gaggeesseera. Waltajjicharratti kan argaman Komishinarri Komishinii Dargaggootaa fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kaalid Mohaammad akka ibsanitti dhaabbatichi bara 2017 hojiiwwan jajjabeessaa hedduu raawwachuu isaa; keessattuu damee ispoortiitiin hojiiwwan kubbaa miilaa…

Read More