” Dhaabuun Bayyanachiisuu” Mataduree Jedhuun Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Gaggeeffame.
Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Marsaa 7ffaaf baranaa gaggeeffamaa jiruun walqabatee Ganama har’aa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Komishinar Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsaa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Mooraa Yunivarsitii Dirree Dhawaatti duula biqqiltuu dhaabuu gaggeesse. Gorsaa Addaa Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Miseensa Koree Qindeessituu Kan ta’an Obbo Yoonaas Xiggineeh saganticharratti…


