Talaalliin pooliyoo walitti Aansuun marsaa lammaffaa Caamsaa 22-25tti ni kennama.

Talaalliin pooliyoo walitti Aansuun marsaa lammaffaa Caamsaa 22-25tti ni kennama. pooliyoon daa’imman dhukkuba qaama namaa keessumaa harkaa fi miila laaffisu yoo ta’u, du’aaf illee nama geessuu kan dandahu akka tahee dubbataniiru. Biyyoota ollaa fi biyya keenya keessatti dhibeen pooliyoo mul’achuu hordofuun talaalliin kun daa’imman irratti kan kennamu tahu’u dubbataniiru. Kanaafuu, akka biyyaattis ta’e akka mootummaatti…

Read More

Ayyaanni Hundeeffama Poolisii Itoophiyaa Waggaa 116ffaa Magaalaa Dirree Dhawaatti Sagantaawwan Garagaraatiin Kabajamuuf Akka Jiru Ibsame.

Komishinarri Komishinii Ajaja Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaa Komishinar Alamuu Magaraa Har’a Ibsa Gaazeexeessummaa kennaniin Dirree Dhawaatti Ayyaanni Hundeeffama Poolisii Itoophiyaa Qophiilee garagaraatiin kan gaggeeffamu ta’uu ibsani. Komishinar Alamuu Magaraa ibsa isaanii keessatti akka Ajaja Waliigalaa Poolisii Dirree Dhawaatti erga mootummaan jijjiiramaa Hundeeffama asitti hojiilee eegumsa lammiileefi kenninsa tajaajilaa baay’ee ammayyeessaa jiraachuufi nageenya naannichaa mirkaneessuu keessatti…

Read More

Gaggeessaa Qormaata kamiifuu hin jilbilffane Kan Ga’uumsa Guddaa qabu horachuuf daran Kan hojjatamu ta’uun ibsame

Gaggeessota ol’aanoofi jiddu galeessaa Bulchiinsa Dirree Dhawaaf Leenjiin kennamuu jalqabe Guyyoota 3ffaaf itti fufee jira. Oolmaya guyyaa 3ffaatiin akkaataa hawaasa akkasuma hogaansa rakkoo dandamachuun furmaata waaraa kennuun kaayyoo fi mul’ata biyyaa itti dhugoomsuun danda’amurratti xiyyeeffachuun leenjiin kennameeti jira. Bara kana keessa dhiibbaa Miidiyaaleen hawaasaa uumaa jiran qolachuun odeeffannoo sirrii hawaasa biraan gahuudhaan, hawaasaa odeeffannoo sirriitiin…

Read More

mata-duree jedhuun Gaggeesota, Ogeeyyii Miidiyaa fi Komunikeeshiniif waltajjiin leenjii ijaarsa dandeettii Qophaawe .

Leenjiin kuniis Paartii Badhaadhinaatti Ittigaafatamaa damee Qunnamtii fi Hariiroo Alaa Dr. Biqilaa Burrisaa kan kennamuudba. Waltajjii marii kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar dabalatee gaggeessonni ol’aanoon Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan argaman yoo ta’u leenjichiis guyyoota sadiif kan kennamuudha. Waxaa kabilaabmay tababarka kobcinta awooda hogaaminta iyo xirrfadlayaasha isgaadhsiinta oo hal ku dhiigiisu…

Read More

Piroojektiin Dargaggoota 2500 Fayyadamuuf Deeggarsa Maallaqaa Mootummaa Kaanadaa Birrii Mil. 97.5 Irraa Argame Hojjetamuuf Ta’uun Ibsame.

Pirojektiin”Green Growth Empowering Youth For Green Future” jedhu Deeggarsa Maallaqaa Mootummaa Kanaadaa Birrii Mil. 97.5 oliitiin Dhaabbata SOS n hojjetamu Dirree Dhawaatti Jalqabamuuf Waliigalteen Sanadaa Mallatteeffame. Bakka Bu’aa Daayreektara Dhaabbata “SOS” Obbo Muluqan Asfaaw sagantaa Sanada Walii mallatteessuu kanarratti argamuun haasaa taasisaniin Pirojektichi deeggarsa maallaqaa Birrii Mil. 97.5 ol ta’u mootummaa Biyya Kaanaadaarraa argameen kan…

Read More

Kaampaaniin Aftaa Meyraa Manneen20/80 Ijaaruudhaaf Maaykiroofaaynaansii Dirree Waliin Walii galtee Mallatteesse.

Magaalaa Finfinneetti Manneen Waliin jireenyaa ijaarsisuudhaan kan beekkamu Dhaabbanni Aftaamreyraa Dhaabbilee daldalaa kanneen alergiifi alaagalchiirratti hojjetan hedduu kan qabu yommuu ta’u, Magaalaa Dirree Dhawaattis manneen waliinjireenyaa 20/80 ijaarsisuudhaaf guyyaa kanatti Maaykiroo faaynaansii Dirree Waliin waliigaltee mallatteessaati jira. Dhaabbatichi manneen jireenyaa baasii ijaarsa manneenii dhibbeentaa 20 qusachuudhaan abbaa manaa kan taasisuufi kanneen hafe dhibbeentaa 80% waggoottan…

Read More

Barnaamijka ka qaybgalka dadwaynaha ayaa lagu daah furay mashruuc lagu dhisayo waddo raaf ah oo laga hirgalinayo xafadda Baargeele Ee dagmada 02 ee ismaamulka Diridhabe.

Barnaamijka ka qaybqaadashada dadwaynaha oo lagu dhisayo wadada raafka ah ee xafadda baargeele ayaa waxaa si wada jir ah u fuliyay maamulka dagmada 02 iyo ka wakkaladda ka qaybgalka bulshada ee is maamulka Diridhabe. Bulshada xafadda Baargeele ayaa muddo badan bahi u qabay waddo 1 KM ah in loo sameeyo wado oo isku xirta Goro…

Read More

Misooma hunda galeeysa mirkaneeysuudhaaf hirmaannaan hawaasaa barbaachisaa tahuu itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa damee Dirree Dhawaa dhawaa obbo Ibraahim Yuusuf dubbatan.

Biiroo hoji gaggeeysaa magaalaatti Ejensiin Misooma hirmaannaa hawaasaa Aanaa 02 waliin tahuun daandii hadiida Gooroo hanga Bahar geellee gahu kan kiiloo meetira tokko tahu hirmaannaa hawaasaatiin hojjachuu eegale. Ejensii misooma Naannoo fi hirmaannaa hawaasaa bu’uraalee misoomaa hawaasa fayyadan yeroo garagaraatti hojjachuudhaan beekama. Ejensichi aanaa 02’tti hojii daandii kiiloo meetira takkaa hadiida Gooroo hanga Bahar Gelee…

Read More

Maaykiroo Faaynaansiin Dirree Dameessaa Ganda Garaadaatti Eebbisiisuun Hojii Jalqabe.

Tajaajila Faaynaansii dijitaalessuudhaan Bulchinsa Dirree Dhawaa dabalatee Naannoo Harariifi Somaalee hawaasa baadiyyaafi Magaalaa tajaajila faaynaansii saffisaafi ariifataa kennaa kan jiru Dhaabbanni Liqiifi Qusannaa Dirree guyyaa har’aa dameesaa biroo Ganda Garaadaatti eebbisiiseeti jira. Dhaabbatichi dameewwan Isaac Aanaalee baadiyyaafi Magaalaa Dirree Dhawaatti babal’isuudhaan tajaajila faaynaansii jiraattota Bulchinsaa waliingahaa jiraachuu kan ibsan Hojigaggeessaa Olaanaa Dhaabbatichaa Obbo Tashoomaa Abbabaa…

Read More