Ijaarsa Sirna Dimokraasiifi Adeemsa Imala Badhaadhina Biyyattii Keessatti Gaheen Goblaan Dargaggootaa Murteessaa Ta’uun Ibsame.

#DGC Bitootessa 15/2017 Bulchinsa Dirree Dhawaatti Mataduree ” Waadaa Hanga Aadaatti! ” jedhuun Kallattiifi Murtee Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa Marsaa Lammaffaarratti Gahee Goblaa Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaarratti Waltajjiin Marii Dargaggootaa Gaggeeffame. Koree Hoji Raawwachiiftuu Goflaa Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaatti Hogganaa Damee Ijaarsa Waajjira Olaanaa Obbo Gazzaahany Andaargee Waltajjicharratti haasaa taasisaniin gurmuun Dargaggootaa nageenyaafi birmadummaa biyyattii mirkaneessuu bira dabree…

Read More

Dorgommiin Ispoortii Waggaa Kan Manneen Barnootaa gaggeeffamu jalqabe.

#DGC Guraandhala29/2017 Dorgommiin Ispoortii Barattootaa Waggaa 2017 Manneen Barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa Lammaffaa Mootummaa fi Dhuunfaa Har’a Istaadiyeemii Idil Addunyaa Dirree Dhawaatti jalqabameera. Kaayyoon Dorgommii Ispoortii kanaa barnoota qulqullina qabu lammii hundaan ga’uu galma godhachuun lammii ispoortiin badhaadhe oomishuun murteessaadha jedhuun. Sagantaadhuma kanarratti Hooganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Diiree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii akka jedhanitti,…

Read More

Guyyaa Dubartoota Addunyaa yeroo 114f kabajame

#DGC Guraandhala 29/2017 Bulchinsa Dirree Dhawaatti Guyyaa Dubartoota Addunyaa yeroo 114f mata duree”Jijjiiramni hundagaleessa si’ataa fi itti fufiinsa qabu hirmaannaa dubartootaatiin mirkanaa’a!” jedhuun kabajame Waltajjii kanarratti argamuun Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Jawaar ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Mirga diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa dubartootaaf beekamtii kennuu bira darbee heerri Federeeshinichaa sadarkaa hundatti hirmaannaa fi…

Read More

Dirree Dhawaatti Hojmaata Sagantaa irratti hundaa’ee bara Bajata 2018 Sagantaa yaalii jalqabuuf Leenjiin hubannoo Uumuu kenname.

Ministeerri Maalaqaa Kan MFDRI fi Biiroon Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Sagantaa Bajataa irratti Waltajjii hubannoo fi Sagantaa yaalii jalqabuuf Leenjiin hubannoo Uumuu kenname. Waltajjii hubannoo Uumuu kana irratti haasaa Kan taasisan Hoogantuun Biiroon Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsa Dirree Dhawaa Adde Muluukaa Mahamad akka Dhaabilee 13 irratti Hojmaata Sagantaa irratti…

Read More

Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Daa’imman Rakkoo Uumamaa Qaban Ilaalchisuun Ogeeyyii fayyaaf waltajjii Leenjii Hubannoo uumuu laateera.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti mata duree “Ittisa, Wal’aansa Biyyaalessaa fi Sirna Waliigalaa jedhuun torbee misoomaa biyyoolessaa Guraandhala 24 hanga 30 tti gaggeefamu ilaalchisuun sagantaan kun qophaaweera. Sadarkaa Addunyaatti Daa’imman Uumamaan Rakkoo sirna Narvii fi Dhangala’oo Mataa Keessaa walqatee waliin Dhalatan Baayyee yoo Ta’an, Akka Itoophiyaatti Daa’imman 10,000 Rakkoo Kanaa waliin akka Dhalatanii fi kana Keessaa Dhibeentaan…

Read More

Yaadannoo Guyyaa Injifannoo Adwaa baranaa ilaalchisuun Miseensonni Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa dhiiga yuunitii 150 ol Arjooman

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Kan argamu Hospitaala Rifaraala Raayyaa Ittisa Biyyaa kan sadarkaa Sadaffaatti Kan argaman Miseensonni Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa Yaadannoo Guyyaa Injifannoo Adwaa baranaa ilaalchisuun sagantaa dhiiga Arjoomuun kabajaniiru. Yaadannoo Guyyaa Injifannoo Adwaa baranaa ilaalchisuun uyyaa Miseensonni Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa kan Hospitaala Rifaraala Raayyaa Ittisa Biyyaa sadarkaa Sadaffaatti kan argaman Miseensonni Humna Raayyaa…

Read More

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti oomishaa fi oomishtummaa damee manufaakchariingii guddisuuf dandeettiin oomishaa guddisuu akka barbaachisu ibsame

Dandeettii oomisha gadi aanaa guddisuun indaastiriiwwan dorgomaa uumuuf hojiiwwan hubannoo uumuu adda addaa bulchiinsaan hojjetamaa kan jiran yoo ta’u kunis damee indaastirii omishaa keessatti bal’inaan mul’ata. Hojimaata sadarkaa biyyaatti dandeettii oomishaa guddisu %54 amma jiru irraa gara fuulduraatti %61 akka gahu taasisuun hojii irra oolchuun indaastiriiwwan omishaa bulchiinsa jalatti uumuuf leenjiin ijaarsa dandeettii guyyoota shaniif…

Read More

Injifannoo Adawaa Yommuu Kabanyu Dhimmoota Har’aa Keenyaaf Humna Ta’anirratti Xiyyeeffachuu qabna jedhame

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adawaa 129ffaan Mario Paanaaliitiin Kabajame. Waltajjii Marii paanaalii kana kan qopheesse Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummmaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Yommuu ta’u, kutaaleen hawaasaa Garaagaraarraa walitti baba’an hirmaataniiti jiran. Hogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummmaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Buruk Fallaqaa waltajjii Mario kanarratti haasaa tasisaniin guyyaan Injifannoo Adawaa Gurraandhala 23 guyyaa…

Read More

Jilli deeta Ministira Hojii fi Ogummaa obbo Solomoon Sookaatiin durfamu hojiiwwan bulchiinsa dirree dhawa Aanaa biyyoo Awwale oomishtummaa irraa gara oomishtummaatti ce’uuf Aanaa Biyyoo Awwaleetti daawwannaa gaggeessaa jira.

Deetan Ministeera Hojii fi Ogummaa Solomon Sokaa akka ibsanitti, daawwannaan deeggarsaa kun dhimmoota 5 waliin tahuu, qopheessuu, qulqulleessuu, qindeessuu fi wabii qaxxaamuraa irratti hojiiwwan hojjetaman irratti kan xiyyeeffatu ta’uu ibsaniiru. Obbo Yaasiin Mohaammad hoji gaggeessaa olaanaa bulchiinsa Aanaa Biyyoo awwalee hojiiwwan gaggaaramuu irraa gara oomishtummaatti jijjiiruuf hojjatamaa turan dhiyeessaa jiru. Obbo Shakir Ahmad itti aanaan…

Read More

Jilli Deetaa Ministeera Ministeera Hojii fi Ogummaa obbo Solomoon Sookaatiin durfamu hojiiwan Misooma Aanaa Waahelitti raawatamaa jiran daawate.

Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kutaa Baadiyyaa keessaa tokko kan ta’e hawaasa Aanaa Waahel hiyyummaa irraa garaa Oomishtummaatti ceesisuuf Hojiiwan Bulchiinsaan gaggeeffamaa jiran irratti Jilli Deetaa Ministeera Ministeera Hojii fi Ogummaa obbo Solomoon Sookaan duurfame daawwannaa gaggeesseera. Daawwannaan kuniis irra caalaatti Hojiiwan wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf bulchiinsaan hojjatamaa jiran irratti deeggarsaafi hordoffii taasisuun Hawaasa Hiyyummaa keessaa baasuu…

Read More