Gaaffiin maxxansaa nagahee koodii eenyummaa addaa waliin dhiyaachuu hanga Gurraandhala 30, 2017tti dheerate.

Adeemsa nagahee maxxansuu ilaalchisee kaleessa hooggantoota damee galii naannichaa fi bulchiinsa magaalaa waliin sadarkaa biyyaatti marii intarneetii irratti gaggeeffamee ture. Kaffaltoonni gibiraa sababoota adda addaatiin nagahee koodii addaa (QR Cod) Ministeera Galiiwwanii of keessatti hammate maxxansuuf gaaffii hin dhiheessine jiraachuu isaanii tilmaama keessa galchuun bulchiinsi Dirree Dhawaa yeroon murtaa’e akka dheeratu murteessee jira tting gaaffii…

Read More

Jiilli Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Kadiir Juhaariin duurfamu Kilaastaroota Baadiyyaatti Hojiin Misooma Sululaa gaggeefamaa jiru daawatan.

Daawannaa kana irratti Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Kadiir Juhaar Akka ibsanitti hojiin Misooma Sululaa gaggeefamaa jiru kaanatti tokkummaa keenya eegnee qabatamaa fi dhugaan waan jireenya Ummata keenyaa jijjiiruuf Xiyyeefannoon hojjachuun Ummata keenya Kan Aadaa gaarii hojii daran gabbisuu Hiyyummaa keessaa waan baasuuf dadhabbii malee daran waan hundaa ol cimnee waan baay’ee hojjachuun fi Jiraatota Aanaalee Baadiyyaa…

Read More

Sochiin duula qulqullinaa gaggeeffameera

Bulchiinsa dirree dhawa Aanaa 02 federeeshinii kubbaa miilaa fi kilaboota divishinichaa waliin ta’uun dirree kubbaa miilaa Saabiyaanitti duula qulqullinaa gaggeessee jira. Hojii gaggeessaan anaa 02 Abeel bisraq akka jedhanitti naannoo keenya qulqulleessuun Dirree dhawaa jiraattota isheef qulqulluu fi mijataa taasisuu qabana tahuu ibsaniiru. Namoonni duula qulqullinaa kanarratti hirmaatanis qulqullina naannoo keenyaa eeguun ergama Dirree dhwaan…

Read More

Tajaajilli Diyaasporaa Itoophiyaa waltajjii Raawwii hojii Walakkaa Waggaa gaggeessuu jalqabe.

Dirree Dhawaatti Tajaajilli Diyaasporaa Itoophiyaa waltajjii Raawwii hojii Walakkaa Waggaa Kan Naannolee fi Bulchiinsa Magaalotaa gaggeessuu jalqabe irratti haasaa baniinsaa Kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa 9bbo Kadiir Juhaar Akka jedhanitti Diyaaspooraan misooma guddina dinagdee biyyattii Keessatti Shoora Olaanaa kan qaban ta’uu himanii bifuma kanaanis hirmaannaa Invastimantii keessatti qaban birattis mootummaan hirmaannaa diyaaspooraa roga hundaa…

Read More

Manni marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 4ffaa oolmaya Waaree boodaan ittifufee ooleera.

Gabaasni raawwii hojii ji’oota jahan jalqabaa tajaajila hojii raawwachiiftuu fi bulchiinsa magaalaa bara baajataa 2017 ganama Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree dhawaa Kadir Juhaariin akka dhiyaatu ni beekama. Kabajamoo kantiibaan Kadir Juhar ji’oota jahan darban bulchiinsa keenya keessatti gama sassaabuu, gatii gabaa tasgabbeessuu fi carraa hojii uumuun hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jiraachuu eeraniiru. Miseensonni Mana Maree bulchiinsa…

Read More

Golaha Xildhibanadda ismamulka diridhabe Ayaa Kalfadhigisii 9aad Ee Caadiga, Xili hawleedka 3-aad, Sannadkisa 4-aad, Ahaa Ayaa galabta looga dooday Ajandayaal kala duwan.

Iyadoo la og yahay in warbixinta waxqabadka lixdii bilood ee ugu horaysay ee dhanka adeega fulinta iyo dowladda hoose ee sanad miisaaniyeedka 2017 oo uu maanta soo jeediyay Duqa ismamulka magaalada diridhabe Mudane Khadiir Juhaar, ayaa xusay in lixdii bilood ee ugu dambaasay ismamulka la qabtay hawlo dhiirigalin ah oo la xiriira dakhli uruurinta, xasilinta…

Read More

Misooma Sululaa Qindaawaa Bara Kanaatiin Dhiqama Biyyee Maasii Toonii Kuma 49 ta’u Hambisuuf Karoorfamuun Insane.

Bulchinsa Dirree Dhawaa Aanaa Asallisoo Araddaa Lagadoolitti Sagantaan Jalqabsiisa Hojii Sululaa Qindaawaan Ji’oottan Bonaa Bara 2017 mataduree “Qabeenyi Biyyee Keenya Badhaadhina Keenyaaf!” Jedhuun gaggeeffame. Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaatti Itti Aanaa Hogganaa Hogganaa Damee Siyaasaa Obbo Shaakir Ahmed Saganticharratti Argamuun haasaa baninsaa yommuu taasisanitti hojii Misooma Sululaa waggoottan darban keessatti hojjetamaa turaniin…

Read More

Lafa Heektaara 5,550 irratti Hojii Eegumsa Qabeenya Uumamaa fi Misooma Sululaa Akka hojjatamu ibsame.

Hojii Eegumsa Qabeenya Uumamaa fi Misooma Sululaa Ji’oota Bona bara 2017 “Qabeenyi Biyyee keenya Badhaadhina keenyaaf” mata-duree jedhuun Hojiin Eegumsa Qabeenya Uumamaa fi misooma Sululaa Ji’oota Bona bara 2017 Kilaastaroota Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa afranitti hojiin jalqabameera. Bulchiinsa Dirree Dhawaa Jijjiiramaan asitti Hojiiwan baay’ee fi Fayyadamtummaa Ummataa mirkanneessuuf dandeesisan keessaa tokko Hojiin Eegumsa Qabeenya Uumamaa…

Read More

Qabernyi Biyyee Kenya Badhaadhina Keenyaaf! Mataduree jedhuun Sagantaan Baninsa Misooma Sululaa Bonaa Bars 2017 Bulchinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Asallisoo Araddaa Lagadoolitti Gaggeeffamaati Jira.

Sagantaa Kanarratti Hoggantoonni Olaanoon Bulchinsaa, Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa, Gaggeessitoonni Kilaastarichaafi Jiraattonni Araddaa Lagadool kan hirmaatan yommuu ta’u, guutuu vabaasa kanaa hordofnee kan is in biraan geenyu ta’a. Iliyaas Aammeetiin Suuraa:Salaam Abbabaafi Mulualam Dassee

Read More