Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar Ergaa Baga geessanii dabarsan.

Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar Ergaa Baga geessanii fi Hawwi Gaarii dabarsan. Lammiiwan Biyya teenyaa kan Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa kan biyya keessaafi ala jiraattan akkasumaas Dhalattootaa fi Jaalatoota Dirree Dhawaa hundi baga guyyaa Ayyaana Qillee kan bara 2017 nagaan geessan jedhan. Guyyaa Ayyaana Qillee yeroo kabajnu jaalalaan keessattuu lammiilee harka qalleeyyii fi…

Read More

Fiigichi Miilaa Kan Manguddoota deeggaruu kaayyeffate magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffame.

Dorgommii Fiigichi Miilaa Kan Manguddoota deeggaruuf kaayyeffatee gaggeefame kun Yaada qajeeltoo “Haadha koo fi abbaa koo deeggaruuf nan fiiga” jedhuun fiigichi fiigichaa yeroo 9ffaaf Komishinii Dargaggootaa fi Ispoortii Giddugala Qabeenya Maanguddoota Daawiit waliin ta’uun gaggeeffameera. Fiigichi daandii irraa Kan KM 10 kun ka’umsaa fi Xumura Dirree Jiddugala Buufata Baabura jalaa irratti kan qabu yoo ta’u,…

Read More

Gareen yaalaa Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haayiin durfamu qoricha hatattamaa fi meeshaalee yaalaa Hospitaala Dil Chorraaf kenne

Jilli kun kantiibaa bulchiinsa Dirree Dhawaa kabajamoo Obbo Kadiir Jawaar fi hoggantoota bulchiinsa kanaa waliin ta’uun Hospitaala Dil Chorraa daawwataniiru. Haala kanaan saganticha irratti kan argaman Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dredawaa Obbo Kadiir Jawaar deeggarsa taasifameef galateeffachuun cimee itti fufuuf ergaa isaanii dabarsaniiru. Hogganaan Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Dr. Tsiggee Raddaa Kiflee deeggarsi kun maamiltoota…

Read More

Kitaabni Seenaa Imala Afran Qalloo Kan Mata-duree ‘Qaanqee Ka’uumsaa’ jedhuun barreefame Eebbifame.

Hundeessaa Hawwisoo Afran Qalloo Artiisti fi Barreessaa Usmaa’il Muumad Adamiin Kan barreefame Kitaabni Seenaa Imala Afran Qalloo Kan Mata-duree ‘Qaanqee Ka’uumsaa’ jedhuun barreefame Kan Eebbifame. Kurfii Eebba Kitaaba ‘Qaanqee Ka’uumsaa’ kana irratti haasaa Kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Akka jedhanitti Kitaabni kun Seenaa teenya tan dabre keessatti haala ittiin Abbootiin teenya…

Read More

Bulchiinsa Dirree Dhawaa giddugalli Dhimma qorannoo sammuu fi seeraaf oolu guyyaa har’aa eebbifame

Eebba Giddugala Dhimma qorannoo sammuu fi Xiin-sammuu Fooreensikii Bulchiinsa Dirree dhawaa Giddugala Sirreessaa fi Keessummeessituu Idil-addunyaa Dirree dhawaatti Komishinii Manneen Sirreessaa Federaalaatiin ijaarame guyyaa har’aa ifatti eebbifameera. kurfii eebbaa Giddugalli Dhimma qorannoo sammuu kana irratti argamuun haasaa Kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti, jijjiirama bu’uuraa hunda galeessa barbaachisaa ta’e kan…

Read More

Dhaabbanni liqii fi Qusannaa Dirree Dhawaa Damee isaa Ganda Halooletti eebbisuun bane

Bulchiinsa Dirree Dhawaa Dhaabbanni liqii fi Qusannaa Dirree Dhawaa ganda Halooleetti dhaabbanni liqii fiqusannaa Dirree Dhawaa dameesaa 11ffaa banuun ebbiseera. Ebba dhaabbata liqii fi qusannoo kanarratti argamuun haasawa baninsaa kan taasisan itti gaafatamtuu biiroo Misooma maallaqa fi Invastimentii Aadde Muluukaa akka jedhanitti dhaabbanni liqii fi qusannoo Dirree Dhawaa kanaan duraas tajaajila dhala bilisaa tahe kennuu…

Read More

Waxaa xadhiga laga jaray Xarunta Baarista Arrimaha Sharciga iyo Caafimaadka Dhimirka ee Ismaamulka dir dhaba.

Waxaa maanta si rasmi ah loo daah furay qeybta daawaynta cudurada dhimirka ee laga dhisay xarunta dhaqan celinta ee gudiga dowlada dhexe ee laantida Ismaamulkadirdhabe. Mudane khadir Juhar oo ah duqa Ismaamulka dir dhaba kulankasi ka hadalay ayaa sheegay in Xaruntan ay ka mid tahay hawlaha horumarka ee laga hirgaliyay Ismaamulka dir dhabe isbeddelka ka…

Read More

Heer-Iisseen ‘UNESCO’tti galmaa’uu isaan Kurfiin Sagantaa addaa fi Biyyaalessaa taasifamuufi.

Ji’a Sadaasa 23 bara 2017 Biyya Paaraaguwaayitti Dhaabbanni Barnootaa, Saayinsii Fi Aadaa Kan Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO) Yaa’ii gaggeesseen Heer-Iissee Heerii hin barreefamne Kan Aadaa hawaasaa IIssaa Hambaa Killayyaa Itoophiyaa ta”ee Galmaawuu ta’uu isaatiin Kurfiin Sagantaa addaa fi Biyyaalessaa taasifamuuf Kurfiin haal-duree xumuramuu Koreen Qindeessaa Kan Biyya Itoophiyaa, Jabuutii fi Soomaaliyaa gamtaan Kan Akka Heer-Iisseen Hambaa…

Read More

Baazaariin Intarpiraayizota Moodeela Bulchiinsa Dirree Dhawaatti baname.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Baazaariin intarpiraayizoota Moodeela hirmaachise guyyaa har’aa ifatti banameera. Sagantaa Baazaariin intarpiraayizoota Moodeela kana irratti haasaa Kan taasisan Obbo Roobeel Geetaachoo Hooganaa Biiroo Misooma Dandeettii Hojii fi Teeknooloojii Bulchiinsa Dirree dhawaa Agarsiisaa fi Baazaarii Intarpiraayizii Moodeela bananiiru. Obbo Roobeel waajjirichi intarpiraayizoota agarsiisa Daldalaa fi Baazaarii qopheessuun maamiltoota isaanii waliin walitti dhufeenya gabaa uumuu…

Read More

Miidhaa Dhibeen Echi Aa’ii Vii Edsii geesisu hir’isuufi to’achuuf Hojii damee baay’ee hojjatamaa Jiraachuun ibsame.

Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Miidhaa Dhibeen Echi Aa’ii Vii Edsii geesisu hir’isuufi to’achuuf Manneen Barnootaa irratti hubannoo Baratootaa gabbisuuf Baratoota Mini-Miidiyaa Manneen Barnootaa irra hojjataniif Leenjii hubannoo Uumuu laateera. Leenjii Hubannoo Qophaa’eirratti Hooganaan Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruuk Falaqaa Akka jedhanitti Miidhaa Dhibeen Echi Aa’ii Vii Edsii geesisu hir’isuufi to’achuuf…

Read More