Magaalaa Dirree Dhawaa Miidhagduufi Qulqulluu Taasisuuf Hojiileen Hojjetamaa Jiran Ciminaan Itti Fufuu Akka Qaban Ibsame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Bulchinsi Aanaa 02 “Aanaa Miidhagaafi Ganda Qulqulluu Uumuu” Mataduree jedhuun jiraattota walk-in Waltajjii Mario gaggeeyse. Waltajjii kanarraatti argamuun haasaa kan taasisan Hogganaa Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsa Dirree Dhawaa Komishinar Khalid Mohammed Bulchinsi Dirree Dhawaa hojii qulqullinaafi miidhagina magaalaa misooma Koriidaraa waliin adeemsisuun magaalattii miidhagduufi qulqulluu taasisuurratti xiyyeeffachuun ciminaan hojjechaa jiraachuu eeranii kana…

Read More

Wafdiga uu hogaaminayo madax waynaha dawlada deegaanka Soomaalida mudan Mustafe Maxamed iyo kuxingeenka mudane ibraahim cusmaan ayaa soo gaadhay garoonka caalamiga ee ismaamulkani dir dhabe .

Waftiga uu hogaaminayo madaxa xukuumada dawlada deegaanka soomaalida mudane Mustafe Muxamed ayaa socdaal ku tagaya deegaanka soomaalida si ay ugu kuur galaan hawlaha horumarineed ee ka socda goobalka sitii ee dagamada Shiniile . Wafdiga ayaa markii ay ka soo degeen garoonka diyaaradaha ee caalimiga ee ismaamulka dir dhabe waxaa si diiran ugu soo dhaweeyay duqa…

Read More

Bulchinsatti Hojiileen Hirmaannaafi Fayyadamummaa Dargaggootaa Mirkaneessan Heedduun Hojjetamuun Ibsame.

Manni Marii Dargaggootaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Yaa’ii Idilee Isaaf gamaaggama raawwii Karoora Hojii walakkeessa bara 2017 gaggeesse. Komishinarri Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Khalid Mohammed waltajjicharratti haasaa taasisaniin keessumattuu dargaggoonni hojii tola ooltummaa keessatti hirmaachuun beekumsa, humnaafi ogummaa isaanii ummata isaaniifi guddinaafi badhaadhina biyyasaaniitiif akka gumaachan taasisuurratti akkasumas haaluma walfakkaatan dargaggoonni hojiilee misoomaafi…

Read More

Akkuma Abbootiin keenya aadaa, Duudhaa fi eenyummaa Itophiyaa isaanii eeganii dhalootaaf dabarsuu qabnaa jedhan.

Kantiiba bulchiinsa Dirree dhawaa kabajaamo obbo kadir johar akka jedhaniitti sagantaan sochii hawaasaa gatiiwwan hawaasummaa barbaachisoo ta’an guddisuu fi aadaa fi gochaalee miidhaa geessisan bulchiinsa Dirree dhawa keessatti ittisuuf qophaa’e irratti dhaamsa dabarsaniiru. Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Bulchiinsa Dirree dhawaa Federaalaa irraa Ministeera Aadaa fi Ispoortii waliin ta’uun dhaadannoo “duudhaalee hawaasummaa keenya barbaachisoo dhalootaa fi…

Read More

Jiilli Ministira aadaa fi Ispoortii adde Shawiit Shaankaa duurfamu Piroojektoota Dirree Dhawaatti hojjataman daawate.

Jiilli Ministira aadaa fi Ispoortii adde Shawiit Shaankaa duurfamu Bulchiinsi Dirree Dhawaatti Roga damee Aadaa fi Ispoortiin Dargaggoota hirmaachisoo fi fayyadamoo taasisuu daran Dargaggoota damee gara garaan Adunyaa dorgomoo taasisuuf Piroojektoota Bulchiinsi Dirree Dhawaa Baasii ol’aanaan Piroojektoota raawwachaa jiru daawataniiru. Jiilli kun Hoogantoota Ol’aanoo Biiroolee Aadaa fi Ispoortii Naannolee Kan hammate Yoo ta’u daawannaa kanaaniis…

Read More

Jiila Itoophiyaa Sanada Heera Aadaa Iissaa Heer-Iissee Yooneeskootti Galmaawe Fideef Dirree Dhawaatti Simannaan Taasifame.

Jilli pireezidaantii itti aanaa naannoo Somaalee obbo Ibraahim Usmaaniin durfamu yaa’ii koongirasii UNESCO 19ffaa Paaraguwaayitti taa’ame irratti hirmaate heera Aadaa Hawaasa Iissaa Heer Iissee Yuuneeskootti Galmeeysuun Sanadaan deebi’eef Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Simannaan Taasifameeti jira. Jilli kun weeyta buufata xiyyaaraa idil addunyaa Dirree Dhawaa gahutti kabajamoo kantiibaa bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Kadiir Juhaar, Afayaa’ii Mana marii…

Read More

Dhiheenyatti UNESCOtti Kan Galmaa’e Heerri Mootummaa Somaalee Iissaa Kan “Heerissee” Jedhamu Akka Ambaa Seenaatti Beeksifamuufi Kunuunfamuu Akka Qabu Ibsame.

Simannaa Jila “Heeriissee” Akka Hambaa Seenaatti UNESCOtti Galmeessisee Gara Dirree Dhawaatti Dhufuuf Guyyaa Boruu Taasifamurratti Bulchinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Biiroo Aadaafi Turizimii Bulchinsa Dirree Dhawaa, Koree Simannaa Waliin Ta’uun Ibsa Gaazeexessummaa Kenne. “Heerissee”n heera barsiifataa kan ummanni Sommaalee Issaa durii ittiin walbulchaa tureefi heera hinbarraawin yommuu ta’u dhiheenyatti akka iddoo Ambaa Seenaatti Galmee Addunyaa Kan…

Read More

Bulchinsatti Sosochiin Dargaggootaa Galma Misooma Waaraarratti Xiyyeefate Kan Gaggeeffamu Ta’uun Ibsame.

Nageenya waaraafi jijjiirama haala qilleensaarratti hirmaannaa dargaggootaa guddisuufi jajjabeessuuf Waltajjiin Fooramii Dargaggootaa Dirree kan gaggeeffamu ta’uu Manni Marii Dargaggootaa Kaawunsilii Iskaawutiifi Gurmuu Dargaggoota Olka’insaa waliin ta’uun ibsa gaazeexeessummaa kennaniin beeksisaniiti jiran. Dargaggoonni Bulchinsa Dirree Dhawaa yaada addunyaaleessaa galma misooma waaraarratti qaban gabbifachuu bira darbee qaama furmaataa akka ta’aniifi hirmaannaa sadarkaa addunyaa akka taasisan gochuurratti Waltajjii…

Read More

Kaayizanii raawwachuun Naannawa Hojii Mijataa waan nuuf Uumuuf Tajaajila Kenniinu Fooyyessuuf nu dandeesiseeraa jedhan.

Biiroon daldala, industirii fi invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaa waliin ta’uun fooramii kaayizanii waggaa qophaawe irratti qaamoleen ga’ee hirmaatan yaada laataniin Akka jedhanitti Kaayizanii raawwachuun Naannawa Hojii Mijataa waan nuuf Uumuuf Tajaajila Kenniinu Fooyyessuuf nu dandeesiseeraa jedhan. Waltajjii marii kanarratti Ergaa baga nagayaan dhuftanii kan dabarsan daarektarri insitiyuutii teeknooloojii Yuunivarsitii Dirree Dhawaa obbo…

Read More

Artiisti Mahadii Sheekaa Albama isaa 14 “Tokkullpmmaa” jedhu Dirree Dhawaatti eebifame.

Artiisti Gameessa, Hayyuu fi Qabsaawaan Artiisti Mahadii Sheekaa “Tokkummaan” Dirree Dhawaatti haala miidhagaa fi hawwatala ta’een eebbifame. Sirna eebbaa kana irratti Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamaa Obbo Kadiir Juhaar Akka jedhanitti Weellisaa Mahaadii Sheekaa Waggoota darban Artiistoota Weelluun qabsaawaa Turan keessaa tokko jedhanii ammaas Albama Albama Mata duree “TOKKUMMAA” jedhuun eebbisiise kun kan haala yeroo…

Read More