Jiilli Kantiibaan Bulchiinsaa Kadiir Juhaariin duurfamu Piroojektootaa Waggoota Shanan darban hojjataman Daawatan.

# DGC Sadaasa 10/2017 Jiilli Kantiibaa Bulchiinsaa Kadiir Juhaariin duurfamu Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Piroojektootaa fi Hojiiwan misoomaa Waggoota Shanan darban hojjataman Daawachuun kabajan. Jiilli kun Piroojektootaa fi Hojiiwan misoomaa daawatan keessaa Istaadiyamii Idil-Adunyaa Dirree Dhawaa, Hojiiwan Riifoormii kan Qajeelcha Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa, Hojiiwan misooma Invastimantii kan Dhaabata Akuwaa UNO fi Dhaabata Qindeessaa…

Read More

Aanaa Biyyoo Awwaalleetti Manneen Harka-qalleeyyii Ijaaramaniifi Haaroomsamanii Xumuraman Fayyadamtootaaf Furtuun Kenname.

#DGC | Sadaasa 7/ 2017 ዓ.ም Bulchinsa Dirree Dhawaa Aanaa Biyyoo Awwaalleetti manneen harkaqalleeyyii hojiileen tola-ooltummaa ji’oottan gannaatiin ijaaramaniifi haaroomsaman akkasumas manneen jireenyaa barsiisotaa ijaaraman, Suphamaniifi haaroomsaman eebbifamuun sirni walharkaa fuudhinsaa gaggeeffame. Waajjira Paartii Badhaadhinaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Hogganaan Damee Ijaarsaa Obbo Darajjee Tsaggaayee sirnicharratti argamuun haasaa taasusaniin paartiin badhaadhinaa yaada Tola-ooltummaa olka’insa Itoophiyaatiif jedhuun…

Read More

Oduu | Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamotaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaa marii paanaaliin kabajan.

#DGC Sadaasa 5/2017 Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Dhaabileen gara garaa Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaa marii paanaaliin kabajan. Guyyaa Ayyaana Sabaa Sablamootaa baranaa kana “Waliigalteen biyyaalessaa Tokkymmaa Biyyaaf” mata-duree jedhuun kabajaniiru. Dhaabilee guyyaa arraa kabajan keessaa Koolejjiin PooliiTeknika Itoo-Xaaliyaan, Hospital Sadarkaa jalqabaa Saabiyaan, Bulchinsa Anaa 01 Dhaabilee ganama arraa yeroo Guyyaa…

Read More

Tajaajila Geejjibaa Guddina Magaalaa Dirree Dhawaa Waliin Deemu Kennuuf Konkolaattota Taaksii Fayyadamuun Murteeysaa Tahuunibsame.

#DGC Sadaasa 5/2017 Dhaabbanni Teeknoolojii ‘Swift’ konkolaattota Humna Eleetrikaatiin hojjatan 3,000 Magaalaa Dirree Dhawaatti Hojii jalqabsiisuuf Bulchinsa Dirree Dhawaa Wajiin Waliigaltee Mallatteesse. Sirna sanada waliigaltee mallatteessuu kanarratti argamuun haasaa kan taasisan Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar hojiilee magaalaa Dirree Dhawaa “Smart” gochuuf hojjetamaa jiruufi tajaajila geejjibaa ammaayyeessuuf bu’aawwan teeknolojii fayyadamuun murteeysaa tahuu…

Read More

Guyyaan Ayyaana Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaan haala addaan akka kabajamu ibsan.

#DGC Sadaasa 4/2017 Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Adde Fatiyaa Adan Guyyaan Ayyaana Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophuyaa marsaa 19 ffaa ilaalchisuun ibsa gaazrxeesitootaaf laataniin ergaa baga Nagaan isin ga’ee dabarsanii Ayyaanni Sabaa Sablamootaa fi Ummatoota Itoophiyaa marsaa 19 ffaan baranaa “Waliigalteen biyyaalessaa Tokkymmaa Biyyaaf” mata-duree jedhuun haala addaan kurfiiwan gara garaan hanga…

Read More

Ayyaana Paartii Badhaadhinaa Waggaa 5ffaa Sababeeffachuun Agarsiisni Suuraa Jiraattota Bulchinsaatiin Gaggeeffame.

#DGC Sadaasa 3/2017 “Yaada Fooyya’aa Badhaadhinaa Hundagaleeysaaf” Mataduree jedhuun agarsiisa suuraa qophaa’e guyyaa har’aa hoggantoonnifi hojjettoonni Waajjira Komunikeeshinii mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa fi jiraattonni Bulchinsa hedduun Agarsiisni Suuraa Qophaa’e kuni milkaa’inootaafi injifannoowwan dinagdee siyaasaafi hawaasummaa paartichi waggoottan Shanan darban keessatti galmeesse kan yaadachiisu yommuu ta’u daawwattoonni tokko tokko yaada kennaniin paartichi imala Waggaa shanan darbe…

Read More

Ayyaanni Hundeeffama paartii Badhaadhinaa Waggaa 5ffaan Dirree Dhawaatti Kabajamaati jira.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti ‘‘Yaanni bilchaataan Badhaadhina hunda galeessaaf ’’ Mata Duree jedhuun Agarsiifni Suuraa Bu’aawwan paartiin Badhaadhinaa imala waggoota shaniin galmeesse kan mul’isu kan dhaabileen Bulchiinsa Dirree Dhawaa irratti hirmaataniin Ayyaanni Hundeeffama paartii Badhaadhinaa Waggaa 5ffaan Dirree Dhawaatti Kabajamuu jalqabeera. Kurfii kana irratti haasaa baniinsaa kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar…

Read More

Rakkoolee Hanqina Dhiyeessa Bishaan Dhugaatii hir’isuuf tumsi hawaasa hundaa murteessaadha jedhan.

Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh waltajjii marii Abbaan Taayitaa Bishaanii fi dhangala’aa Bulchiinsaa Gaggeesota Gurmaa’iinsa Bilookii Aanaa 03, 04, 05 fi 06 waliin sababoota Hanqina Dhiyeessa Bishaan Dhugaatii Dirree Dhawaa fi Rakkoolee kana hir’isuuf hawaasni faalamaa fi Qisaasama bishaan Dhugaatii haala irrisuuf shoora gumaachuu qaban irratti marii gaggeefame irratti Rakkoolee Hanqina…

Read More

Baratoota Kum Dhibba Shan fayyadamoo kan taasisu Sagantaan Soorata barattootaa jalqabamuufi.

Faawundeeshiniin Elneet Waldaa Misooma Dirree Dhawaa fi Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Manneen Barnootaa Bulchiinsatti kan argaman Baratoota Kum Dhibba Shan fayyadamoo kan taasisu Sagantaan Soorata barattootaa jalqabsiisuuf guyyaa arraa waliigaltee walii mallateessan. Sagantaa kana irratti kan argaman Hooganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii akka jedhanitti akka biyyaatti caba damee…

Read More

Tasa Baduu Tiraanisfoormarri Elektirikaan Humna ifaa adda cituu addaan Cite Ture deebisuuf Tattaaffiin Taasifamaa jiraa jedhan.

#DGC Onkololeessa 24/2017 Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Eda Galgalap Sa’aa 4:30 Tasa Baduu Tiraanisfoormarri Elektirikaan Humna ifaa adda cituu addaan Cite Ture deebisuuf Tattaaffiin Taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Humna Ibsaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa ibse. Ifaan bade dhaane akka hin bulleef Qajeelcha Poolisii Waliigala Dirree Dhawaa waliin Qindoominaan hojii raawatameen hojiin humna ifaa deebisuu milkaa’uus kan eeran Tajaajila…

Read More