‘’Bara baajata 2016 Itiyoophiyaatti guddinni harka 8.1 galmaa’eera’’- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad

Bara baajata 2016 Itiyoophiyaatti guddinni harka 8.1 galmaa’eera kunis sadarkaa idill-addunyaatti milkaa’ina guddaadha jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad. Bara baajata baranaanis guddinni harka 8.4 akka galmaa’u ni eegamas jedhan. Kana keessaa qonni harka 6.1akka guddatu kan eegamu yoo ta’u lafa heektaara miiliyoona 30 qotuun oomishni kuntaala biiliyoona 1.4 ni eegamas jedhan. OBN

Read More

Ibsa Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahimad mana maree bakka bu’oota ummataatti taasisan keessaa muraasa.

• Waggoota 6’n darban Sirna siyaasaa diinagdeefi hawasummaarratti riiformii hunda galeessaa taasisneen jijjiramni dhufeera. • Guddina diinagdee GDP harka 8.1 milkeessineerra. Kuni biyyoota Afriikaa guddina ariifachiisaa galmeessaa jiran keessa tokkoo ishee taasisa. • Bara kana guddina Dilbii diinagdee harka 8.4 galmeessuuf karoorfanneera. • barana dameen qonnaa, guddina 6.1 argamsiisa jedhamee eeggama. • barana waqtii bona…

Read More

‘’Bara baajata 2016 Itiyoophiyaatti guddinni harka 8.1 galmaa’eera’’- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad

Bara baajata 2016 Itiyoophiyaatti guddinni harka 8.1 galmaa’eera kunis sadarkaa idill-addunyaatti milkaa’ina guddaadha jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad. Bara baajata baranaanis guddinni harka 8.4 akka galmaa’u ni eegamas jedhan. Kana keessaa qonni harka 6.1akka guddatu kan eegamu yoo ta’u lafa heektaara miiliyoona 30 qotuun oomishni kuntaala biiliyoona 1.4 ni eegamas jedhan. OBN

Read More

Rakkoolee Dhiyeessan Bishaan Dhugaatii Dirree Dhawaa waliin walqabatan furuuf haawaasni shoora gama isaa gumaachuun qabaa jedhame.

Abbaan Taayitaa Bishaanii fi dhangala’aa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Rakkoolee Dhiyeessan Bishaan Dhugaatii Dirree Dhawaa waliin walqabata iin jiran furuuf keessattuu Ujumoowan bishaanii iddoolee gara garaatti dhoo’uun bishaan dhangalaasan hawaasni eeruu laachuu fi Bishaan qusannaan fayyadamuun Rakkoolee Dhiyeessan Bishaan Dhugaatii Dirree Dhawaa waliin walqabatan furuuf haawaasni shoora gama isaa gumaachuun qabaa jechuun Hojii Raawachiisan Abbaan Taayitaa…

Read More

Sadarkaa jireenya Jiraattota Bulchiinsaa fooyyessuuf tattaaffiin taasifamaa jiraa jedhan

Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa fi Dhaabileen waamamtoota isaa waltajjii marii Raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara bajataa 2017 irratti gaggeessan. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti lammiiwwan Sagantaa Seeftiineetiin fayyadamoo ta’an Sadarkaa jireenya Jiraattota Bulchiinsaa fooyyessuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa Injiinar Jamaal Ibraahim ibsan . Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaatti Kan jalqabame Hojii…

Read More

Hojiin Aanaaleetti Kenniinsa Tajaajila Ammayaawaa fi Dijitaalaa jalqabame cimee itti fufuu akka qabu ibsame.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Gamaagamni Karoora Raawwii hojii kurmaana 1ffaa Bara 2017 kan Aanaalee magaalaa fi baadiyyaa guyyaa arraa Waaree booda adeemsifame irratti Hojiin Aanaaleetti Kenniinsa Tajaajila Ammayaawaa fi Dijitaalaa jalqabame cimee itti fufuu akka qabu ibsame. Waltajjiin Gamaagama Karoora Raawwii hojii kurmaana 1ffaa Bara 2017 Dhaabbilee seektarootaa, aanaalee magaalaatiifi baadiyyaa adeemsifame irratti Gabaasa Raawwii hojii…

Read More

     Bulchiinsa Dirree Dhawaatti qaala’iinsa jireenyaa to’achuu fi baasii jireenyaa hir’isuuf Dhiyeessii meeshaalee fedhii bu’uraa raawwatamuun ibsame.

#DGC | Onkololeessa 14 / 2017 Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Gamaagamai raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara bajataa 2017 kan dhaabbilee raawwachiiftota gaggeefamaa jiru irratti qaala’iinsa jireenyaa dhibbeentaa 28 fi gatii nyaataa fi meeshaalee nyaataan walqabatan dhibbeentaa 23 jalqaba irratti mul’ateera kan bara baajataa 2017 gama qaala’iinsa jireenyaa to’achuu fi baasii jireenyaa hir’isuun qaala’iinsa jireenyaa dhibbeentaa 10…

Read More

Bulchiinsa Dirree dhawaa bara baajataa 2017 kurmaana 1ffaa dhaabbileen bulchiinsa magaalaa fi , seektaroota, magaalaa fi baadiyyaa waltajjiin madaallii gabaasa raawwii hojii gaggeeffamaajira.

Waajjirri dhimma komunikeeshinii mootummaa bulchiinsa Dirree dhawaas odeeffannoo saganticha irratti argamun odeyyfano bal’inaan Isiniin geenya Muktar Ahmadiin Surraa Aganyow shawariig Waxaa la bilaabay kulanka qiimaynta waxqabadki rubaci koobaad ee waxqabadka xafiisyada dawlada, dagmooyinka miyiga iyo magaalada. Qiimayntani warbixinta oo hadda bilaabantay ayuu xafiiska warfaafinta ee ismaamulkani dir dhaba uu nilasoo socodsiin doona kolba wixi kasoo…

Read More

Baratoonni Leenjii Ogummaa fi Teknikaan leenjifaman 671 eebbifaman

# DGC 9/2017 Onkololeessa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Koollejjiin Poolii Teknika Dirree Dhawaa fi Koollejjiin Poolii Teknika Itiyoo-Xaaliyaan Baratoota Ogummaa gara garaan leenjisaa turan 671 ebbisiisan. Sagantaa kana irratti eebbifamtootaa fi maatii eebbifamtootaan ergaa baga geessanii fi baga gammadanii kan dabarsan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar Kallattii fuula duraa kan dhaamaniin eebbi arraa…

Read More

Oduu | Leenjiin “Humna Abjuu Guddina Qabatamaaf” mata-dureen Gaggeessota Bulchiinsaaf kennamaa ture xumurame.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti leenjiin Gaggeessota sadarkaa gara garaaf 300 oliif dhimmoota hawaas-diinagdee fi siyaasaa irratti kennamaa ture xumurameera. Sagantaa goolabbii Leenjii “Humna Abjuu Guddina Qabatamaaf” Xumura leenjii kanaa irratti kallattii hojiiwwan fuula duraa kan kennan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Kadiir Juhaar akka ibsanitti Biyya teenya Itoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisuuf gaggeessaan dirqama dachaa of…

Read More