Jiilli Ambaasaadara Faransaay Miistar Aleeksis Laameekiin duurfamu Hojiif Dirree Dhawaa seenan

Seenarota shan kan hammateefi Itoophiyaatti Ambaasaadara Faransaay Miistar Aleeksis Laameekiin kan duurfamu jiilli Faransaay dhimma Hojiif Dirree Dhawaa seenan Jiilli kun gara Dirree Dhawaa yeroo ga’an Buufata Dirree Xayaaraa Idil-Adunyaa kan Dirree Dhawaatti simannaan taasifameefiif jira. Jiilli kun turtii isaa kan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti taasisuun hambaawan Turizimii fi carraawan dameen investimentii akka daawatan beekuuf danda’ameera….

Read More

Jiilli Ambaasaadara Faransaay Miistar Aleeksis Laameekiin duurfamu Hojiif Dirree Dhawaa seenan

Seenarota shan kan hammateefi Itoophiyaatti Ambaasaadara Faransaay Miistar Aleeksis Laameekiin kan duurfamu jiilli Faransaay dhimma Hojiif Dirree Dhawaa seenan Jiilli kun gara Dirree Dhawaa yeroo ga’an Buufata Dirree Xayaaraa Idil-Adunyaa kan Dirree Dhawaatti simannaan taasifameefiif jira. Jiilli kun turtii isaa kan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti taasisuun hambaawan Turizimii fi carraawan dameen investimentii akka daawatan beekuuf danda’ameera….

Read More

Warshaan Simintoo Naashinaal Baasii Birrii Miiliyoona 1.2 oliin Baratoota Kum tokkoof Deegarsa meeshaalee barnootaa taasise.

Jalqabamuu Bara Barnootaa 2017 sababeefachuun Waldaan Aksiyoona Warshaa Simintoo Naashinaal Baasii Birrii Miiliyoona 1.2 oliin Deegarsa meeshaalee barnootaa Baratoota Kum tokko kan Manneen barnootaa kan Kutaa Baadiyaa fi Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Baratoota Manneen barnootaa 11 kan lakkoofsaan kum tokko ta’aniif deegarsa meeshaalee barnootaa taasiseera. Sirna Walharkaa fuudhiinsa deegarsa meeshaalee barnootaa kan Baratoota Manneen barnootaa…

Read More

Dargaggoonni Abdii biyyaafi Humna Jijjiiramaa Ta’uusaanii Mirkaneeffachuuf Har’a Ciminaan Hojjechuu Akka Qaban Ibsame.

Bulchinsa Aanaa Asallisoo Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsa Dirree Dhawaa waliin ta’uun dargaggoota aanichaa 500 ta’aniif leenjii dadammaqinaafi muuxannoo jireenyaa kenne. Aanaa Asallisootti carraaleen hedduun dargaggoota naannichaa fayyadamoo taasisan hedduun uumamee jiraachuu kan eeran Bulchaan Aanaa Hasalisoo Obbo Abdii Abdallaa kaayyoo leenjichaa yommuu himanitti leenjichi dargaggoonni haalotaafi gochaalee isaan duubatti harkisan injifatanii haalaa jijjiiramaa yeroo waliin…

Read More

Badhaadhina Biyyaa teenyatti Milkeessuu Barbaannuuf shoorri Dargaggootaa ol’aanaadhaa jedhan.

Badhaadhina Biyyaa teenyatti Milkeessuu Barbaannuuf Dargaggoonni shoora ol’aanaa iraa akka ergamuu fi dargaggoos Teeknooloojiin Ga’oomsuun Murteeessaa Ta’uu Komishinarri Komishiinii Dargaggoo fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kaalid Mahammad ibsan. Guyyaan Dargaggootaa Idil- Addunyaa 21ffaan Mata Duree ”Dargaggoota Teeknooloojiin Gahoomsuun Milkaa’ina Itti Fufiinsa Qabuuf” Jedhuun Dirree Dhawaatti Kabajame irratti omishinarri Komishiinii Dargaggoo Fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree…

Read More

Woorkishoopiin Dhibee Sammuu irratti xiyyeefate Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti gaggeefame.

Qindeessummaa Faawundeeshinii Alii Birraatiin Jilli Garee Tola Ooltotaa fi Ogeeyyii Fayyaa kan Biyya Ameerikaa kutaa Menisoottaa irraa dhufan Yuunivarsiitii Dirree Dhawaattii waliin ta’uun Woorkishoopii Dhibee Sammuu irratti Barruun Qorannoo Baallii Sammuu hadoochaan Itoophiyaatti Miidhaa Dhibee Sammuu geesisaa jiru, Dhibee Sammuu Daa’immanii fi Dhibee Sammuu Dargaggootaa kan xiyyeefate Barreefamni Qorannoo Yuunivarsiitii Menisoottaa tan biyya Ameerikaa Barsiisaa…

Read More

Bara 2016tti Roga fayyaa Ammayyeessuutii fi tajaajila si’ataa laachuutiin fooyya’insi gaariin akka biyyaatti muullachuun ibsame.

biiroolee fayyaa Naannoo fi dhaabbilee itti gaafatamummaan isaanii ministeera fayyaatiif tahe magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeyfameeti jira. Fooramiin JSC(join steering commitee) ministeera fayyaa Itoophiyaa baatii lama lamatti kan gaggeeyfamu yoo tahu baatii lama duraa nannoo tigaryitii qopheeysuun isaan ni yaadatama. Kaayyoon Sagantichaa rakkoo roga fayyaatiin mul’atan garagaraa kan naannolee fi bulchiinsa magaalaa lamaanii jiran furuun gamatti…

Read More

Waldaan Hojii Gamtaa Liqii fi Qusannaa Faayinaansii Yanyaa Dhaqqabdummaa isaa babal’isee dorgomaa ta’uuf hojjachaa jiraachuu beeksise.ra.

Waldaan Hojii Gamtaa Liqii fi Qusannaa Faayinaansii Yanyaa Dhaqqabdummaa isaa babal’isee dorgomaa ta’uuf baay’ina miseensota isaa dabaluu irratti xiyyeeffannoon hojjachaa jiraachuu beeksise. Waldahichi Waltajjii yaa’ii waliigala idilee 2ffaa gaggeessee irratti gabaasni raawwii hojii waldichaa kan bara 2016, Oodiitii fi karoora bara 2017 dhiyaatee mariin irratti gaggeefameera. Bara 2016tti miseensota isaatiif liqii birrii miliyoona tokkoo ol…

Read More

Balaa Ibiddaa Naannawa Ashawaatti Mudateen Qabeenyi Birrii. Bill. 1.7 Barbadaa’uu Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaafi Komishiniin Sodaa Balaa Ibsa Waloo Gaazeexessummaaf Kennaniin Beeksisan.

Waxabajjii 25 Dirree Dhawaa Giddugala gabaa Ashawaatti Balaa Ibiddaa tasa qabateen qabeenyi Birr.Bill. 1.7 olitti tilmaammamu barbadaa’uu Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaafi Komishinaa Sodaafi Ittisa Balaa Bulchinsaa waliin ta’uun ibsa Gaazeexessummaa kennaniin Beeksisaniiti jiran. Hogganaa Waajjira Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Buruk Fallaqaa ganama har’aa ibsa gaazeexeessummaa yeroo kennanitti Balaa waxabajjii…

Read More

Gootichi keenya Atileet Taamraat Toolaa fiigicha Maaraatoonii dhiiraa kan guyyaa arraa gaggeeffameen 1ffaa bahuun Meedaaliyaa warqii jalqabaa injifachuun isaa … Bu’aa dhabiinsa hanga arraa kan Dorgoommii Olompikii Paarisiin Onnee teenya gaddisiifte, lammiilee Itiyoophiyaa hunda al-tokkootti tokkoomsuun Alaabaa teenya akka Addabaabayii addunyaa irratti ol balaliitu kan godheedha. Baga gammaddan!

Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obboo Kadiir Juhaar Orodyahan Tamrat Tola guusha uu ka gaadhay orodka maratonka waxay qaboojisay nabaro na hafeefanayey kadib natiijooyin wanaagsnayn oo aan kala kulanay ciyaaraha olombikada Paris 2024 Waanan mid lagu farxo mar haddii uu calankeena mar kale uu ka babanayo masraxyada caalamka Hambalyo dhamaanteen.

Read More