Kitaabni Kuusaa Makmaaksota Oromoo ‘Makmaaksa’ mataduree Jedhuun Barreeffame Eebbifame.

Kitaabni Makmaaksa Afaan Oromoo Kuma 3 ol kan of keessaa qabu mataduree Makmaaksa Jedhuun Injinar Abdella Sheek Mohammed Umariin kan barreeffame yommuu ta’u har’a haala miidhagaan eebbifameeti jira. Sagantaa eebba kitaabichaarratti argamuun haasaa kan taasisan Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibraahim Yuusuf kitaabichi Kuusaa beekumsa makmaaksaa ummataa Oromoo ta’uusaatiin barattootaafi hawaasa…

Read More

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojii tola Ooltummaa ji’oota Bonaan Manneen hawaasa harka qalleeyyiif ijaaraman eebifaman.

Qindeessummaa Komishinii Dargaggoota fi Ispoortii Bulchiinsa Dirree Dhawaattiin Dhaabileen Bulchiinsaa qaamo hojii idilee godhachuun hojii tola Ooltummaa ji’oota Bonaa raawachaa turan keessaa tokko Kan ta’e hawaasa harka qalleeyyiif Manneen deegarsaan ijaaraman Guyyaa arraa eebifamaniiru. Aanaalee Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa kanneen gara garaa keessatti hawaasa harka qalleeyyiif Manneen deegarsaan ijaaramanii Guyyaa arraa eebbifamuun kennaman keessaa Aanaa…

Read More

Dhibeen Vaayirasiin ‘HIV’ ammaas kanuma durattii sani.

Dhibeen Vaayirasiin ‘HIV’ ammaas kanuma durattii sani; Vaayirasii ‘HIV’ dagachuun, vaayirasiin ‘HIV’ nama dagachuu miti! Waa’ee vaayirasii HIV namni hubannoo hinqabne hangi ta’e jiraachuu mala. Namni tasuma dhageettii hinqabne jira jechuun garuu ulfaataadha. Namni kamuu dhageettiifi hubannoo yoo qabaate, haga fedhes yoo waa’ee vaayirasii kanaa dubbiseera yoo ta’e, vaayirasii HIV jireenya guyyaa guyyaa keessatti haga…

Read More

Gamaaggamni Raawwii Karoora Hojii Ji’oottan saglan 2016 Kan Aanaalee Magaalaafi Kilaastaroota Baadiyyaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Gamaaggamame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Waltajjiin Gamaaggama Gabaasa Raawwii Karoora Hojii ji’oottan sagalan dabran bara baajataa 2016 kan Dhaabbilee Seektarootaa Mana Qopheessummaa, Har’a ganamarraa kan gaggeeffame yommuu ta’u waaree boodas gamaaggamni Gabaasa Raawwii Aanaalee Magaalaafi Kilaastaroota Baadiyyaa Taasifame.. Waltajjii Gamaaggama gabaasa aanaalee kanarratti Gabaasonni aanaalee saglan Magaalaafi Kilaastaroota afran baadiyyaa dhihaachuudhaan duubdeebiifi yaanni waltajjiiraa ka’uun mariin bal’aan…

Read More

Bulchinsi Dirree Dhawaa Gabaasa Raawwii Karoora Hojii Dhaabbilee Seektarootaa, Mana Qopheessumaafi Aanaaleefi Kilaastaroota Ji’oottan 9 n Bara 2016 Gamaaggame.

Bulchinsa Dirree Dhawaatti Waltajjiin Gamaaggama Gabaasa Raawwii Karoora Hojii ji’oottan sagalan dabran bara baajataa 2016 kan Dhaabbilee Seektarootaa Mana Qopheessummaa, Aanaalee Magaalaafi Kilaastaroota Baadiyyaa Gaggeeffame. Waltajjii Kanarratti Kamishinarri Komishinii Karoorafi Dinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Haylamaaram Daadhii Gabaasa Raawwii Seektaroota Bulchinsaafi Dhaabbilee Mana Qopheessummaa Magaalaa kan dhiheessan yommuu ta’u, akkaataa gabaasa dhihaate kanaanis, hojiileen dhaabbilee…

Read More

Iddoowwn Hawwata Turizimiif Godaanbaawwan Dirree Dhawaa Beeksisuurratti Hojjetootaafi Ogeessota Hoteelotaafi Dhaabbilee Tajaajila Ga’oomsuuf Barbaachisaa Ta’uun Himame.

Biiroo Aadaafi Turizimiif Bulchinsa Dirree Dhawaa Abbootii Qabeenyaa Hoteelotaa waliin ta’uun hojjettootaafi keessummeessitoota hoteelotaafi dhaabbilee tajaajila turistootaa 150 akkaataa keessummeessuufi tajaajila dhiheessa nyaataafi dhugaatiirrattiifi guyyoota 4f leenjisaature har’a eebbisiise. Hogganaa Itti Aanaa Biiroo Daldalaa Industiriifi Invastimantii Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Abdii Muktaar Sagantaa Guduunfaa Leenjii kanarratti Haasa Taasisaniin Leenjiin akkaataa tajaajila dhiheessa nyaataafi dhugaatiifi akkaataa…

Read More

Ayyaanni Iid Al Faxiir Dirree Dhawaatti Naga’aan kabajame

Kurfii Salaata Iid Al Faxiir kan bara Hijraa 1445ffaan Dirree Salaata Iidaa tan Magaalaa Dirree Dhawaatti haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera. Sagantaa kana irratti argamuun ergaa baga ittiin isin ga’ee kan dabarsan Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Hooganaan Hooganaan Biiroo Daldala Indastirii fi Invastimantii Obbo Harbii Buuh Akka slaamummaan Nageenya, Islaamummaan jaalalaa fi…

Read More

hoggansi olaanoo fi giddu galeessaa yaada jila deeggarsa federaalaa kennanii fi hojiin naannawan xiyyeeffannoo gara fuula duraa irratti mari’ataniiru.

Mariin kun irra caalaan argannoowwan jilli deeggarsa federaalaa bara baajataa marsaa lamaafaf, qophii marsaa raawwii irratti, gabaasaa fi daawwannaa dirree hojiiwwan misoomaa fayyadamummaa biyya mirkaneessuuf hojjetaman erga ilaalanii booda, argannoowwan argaman irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera namootaa fi yaada kan kennuu tahuu kasaniru. Marii kana irratti Kabajamoo Kantiibaan Bulchiinsa Diree dhawaa obbo Kedir Juhar akka…

Read More