Badhaadhina Dijitaalaafi mirkaneessuufi hojmaata madaallii gaggeessaa ammayyeessuun bu’aa hojii safaruuf ojiin bulchinsatti hojjetamaa niru janjabeessaa ta’uun ibsame.
Badhaadhina dijitaalawaa mirkaneessuufi hojmaata madaallii gaggeessaa ammayyeessuurratti muuxa noowwan gaggaarii Dirree Dhawaatti hojiirra oolaa jiran dhaabbilee federaalaafi naannoowwn biyyattii hundatti babal’isuuf Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Muummeetti Hogganaa Dippaartimentii ICT kan ta’an Obbo Geetinnet Mulaatifi Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloniitti Hogganaa Piroojektii Mijjeessaa Neetwoorkii Biyyaalleessaa Obbo Daa i’eel Adinew gara Bulchinsa Dirree Dawaa kan dhufan yommuu ta’u, Hogganaa Waajjira…


