#Oduu Teeknoolojii Haaraa Fayyadamuun Adeemsa Faaynaansii Ammayyeessuuf Hojjechaa Jiraachuu Biiroon Maallaqaafi Misooma Diinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaa Beeksise.

Biiroo Maallaqaafi Misooma Diinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaatti Komishiniin Karooraaf Misooma Diinagdee bulchinsatti teeknoolojii sooftiweerii haaraa akkaataa daddabarsa baajata ramaddii tokkoo gara ramaddii birootti taasifamu ittiin hordofuufito’achuun danda’amurrtti gaggeessotaafi ogeessota karooraafi faaynaansii dhaabbilee bulchinsaatiif leenjii hubannoo cimsuu kenne. Komishinara Komishinii Karooraaf Misooma Diinagdee Bulchinsa Dirree Dhawaa kan ta’an Obbo Haylamaaram Daadhii yommuu leenjicha jalqabsiisanitti kanaan dura…

Read More

Hidha Haroomsaa’f hanga ammatti Birriin biiliyoonni 18 ol walitti qabame

Hidha Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaaf hanga ammaatti Birriin biiliyoonni 18.9 walitti qabamuu Wajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa beeksise. Daayrektarri Itti Aantuun Waajjirichaa Aadde Fiqirtee Taammir ibsa kennaniin, Hidhi Guddichi Haroomsa Itiyoophiyaa lammiileen hundi kan irratti waliigalee fi mallattoo olkaa’iinsa ta’uu himan. Haaluma kanaan, waggaan 13ffaan dhagaan bu’uura hidhicha itti kaa’ame mata duree…

Read More

#Oduu Jilli Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuhiin durfamu sheedoota giddu gala gabaa daldalaa bulchiinsa Dirree Dhawaa yeroo gara garaatti ijaaraman daawwateeti jira.

Daawwannaa Dirree taasisaniin, wiirtuuwwan kilaastara 21 bulchiinsi ijaarame dabalatee, sheedoota indastirii oomishaa ijaaramaa jiran gamaaggamaniiti jiran. Itti Aanaan Kantiibaafi Itti Gaafatamaan Biiroo daldala industiriifi investimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Akka ibsanitti sheediiwwan ijaaraman kaayyoo yaadameefirra akka oolaniifii gaafiilee bulchiinsa gaarii irra deddeebiin uummatarraa ka’an furuudhaan haaraatti gurmeeysuuf koreen hundaa’ee hojjatamaa jiraachuu dubbataniiti jiran….

Read More

Iddoon Guutuu Qaama Magaalaa Dirree Dhawaa arguuf dandeesisu misoomfamaati jira.

Gaara Seenaa Magaalaa Dirree Dhawaa fi Manbarnoota Waliigala Hayaaskuul birratti argamu gubbaarra iddoon Guutuu Qaama Magaalaa Dirree Dhawaa arguuf dandeesisu kan Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaattiin misoomfamaati jira. Waa Goobta muuqaal ahaan tusinaysa Magalada diri dhabe ee uu xafiiska warfaafinta arrimaha dawladda Ee Ismaamulka dir dhabe ku rakibay dugsiga sare korkisa wadada looga baxo…

Read More

Jiilli kantiiba bulchiinsa Dirree Dhawaa kabajamoo obboo Kadiir Juhaariin duurfamu Kantiiba Bulchiinsa Magaala Finfinnee Kabajamtuu Aaddee Adaanech Abeebee fi Kabinoota isi waliin Waltajjii wal jijjiirraa muuxannoo gaggeeysan.

Waltajjii mariichaa irrattiis, Hojiilee roga gara garaatiin Bulchiinsi lamaan waliin hojjachuu danda’an irrattiifii dhimmoottan obbolummaa magaaloota lamaanii cimsan fi bu’aa qaban kan damee adda addaa irratti waliigaltee waloo mallatteessinee jirra

Read More

Guyyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 128ffaa Marii paanaaliin kabajamaati jira.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti bakka bu’oota Qaamolee Hawaasa gara garaa kan irraatti hirmaatan Waggaa 128ffaa Guyyaa Injifannoo Adwaa Marii paanaaliin kabajamaati jira. Qopheessummaa Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaatiin Guyyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 128ffaa Adwaan injifannoo tokkummaa Itoophiyaanota hundaatiin argame, uummata gurraachaa hundattis kabaja horeedha.

Read More

#warka| waxaa maanta ismaamulka dir dhabe marki 9aad lagu qabtay maalinta quudinta ardayda dugsiyada afrika.

Maalintani quudinta ardayda dugsiyada ayaa maanta si heer qaran ah marki shanaad laga xusay xaga si heer afrika ahna marki 9aad looga maamusay ayaa waxaa halkudhag looga dhigay sannadkani ”in aan hantideena ku bixino barnaamijka quudinta ardayda dugsiyadu waxay inoo hor seedi dhisida jiil wanaagsan” ayaa waxaa barnaamij quudin ah lagu qabtay dugsiga hoose dhexe…

Read More

Guyyaan Dhiyansa Manabarumsaa Afrikaa 9ffaan Dirree Dhawaatti Kabajame.

Guyyaan Dhiyansa Manabarumsaa Sadarkaa Ardii Afrikaatti yeroo 9ffaafi Akka Itoophiyaattimmoo yeroo 5ffaaf mataduree “Dhiyansa Mana Barnootaa Biyyaaleessaarratti Qabeenya Dhangalaasuun Ijaarsa Dhaloota Fooyya’aaf!” jedhuun Dirree Dhawaa manabarumsaa Alii Birraatti bifa miidhagaan kabajamee oole. Kabajamoo kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar sagantaa kanarratti argamuun haasaa yommuu taasisanitti sagantaan dhiyansa manneen barnootaa kanaan rakkoolee qaaloowinsa jireenyaatiin maatiiwwan…

Read More

“Rakkoon kennemiinsa tajaajilaa dhaabbilee keessatti mul’atu nagaa dhabuu irraa addaa miti” Itti aanaan kantiibaa Bulchiinsa Diree Dhawaa Obb Harbii Buuh.

Karoora waliigala hojii irra oolmaa dhaabbilee Riifoormii dhaloota 3ffaa bulchiinsatti itti eegalamee irratti Koreen ijoon bulchiinsaa Guyyaa 15tti raawwii hojii madaaluun, kallattii irratti kennaa jiraachuun kan beekamuudha. Marsaa qophii geggeefamaa jiru keessatti sadarkaa raawwii Riifoormii irratti Miseensotni Koree Teknika haaromsa raawwii dhaabbilee gara garaa madaaluun kallattii itti aanu kaa’aniiru. Kallattii koreen teeknikaa raawwii haaromsaa koreen…

Read More

Sochiiftota damee Oomishaalee gad-aanoo irratti bobba’an deegaruun bu’a-qabeessoo gochuu Akka barbaachisa ibsame.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti intarpiraayizoota Oomishtoota damee Oomishaalee gad-aanoo fi jiddu-galeessaa kan Oomisha Saabunaa fi Ditarjantii irratti bobba’anii jiran humna Oomishtummaa isaanii guddisuuf kan dandeesisu Leenjiin kennamaati jira. industiriiwwan gurguddoo babal’isuuf duursa Oomishtoota damee Oomishaalee gad-aanoo fi jiddu-galeessaaf xiyyeeffannoo laachuun Akka Irra jiraatu Muuxannoon Biyyoota akka Chaayinaa fi Hindii dabalatee kan Biyyoota guddina Saffisaa galmeessanii ni…

Read More