Hojii Kalaqaa Barattootaa Jajjabeessuun Badhaadhinaafi Guddina Biyyattiif Murteessaa Ta’uun Ibsame.

Sagantaan Agarsiisaa Hojii Kalaqaa Saayinsiifi Teeknoolojii Barattootaa Manneen Barnootaa Sadarkaa1ffaafi 2ffaa Mataduree Hojii Kalaqa Teeknoolojii Ijaarsaafi Badhaadhina Biyyaaf jedhuun Biiroon Barnootaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Akkadamii Dargaggoofi Ispoortiitti Kan baname yommuu ta’u, Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee Hoggantoonni olaanoon bulchinsaa hojiilee Kalaqaa Barattootaa adda addaatiin hojjetaman daawwataniiti jiru. Saganticharratti Kabajamoo Kantibaa Kadiir…

Read More

Sochiin Magaaloota obbooleettii kanneen biyyoota Afrikaa fi biyyoota addunyaa biroo keeysa jiran waliin taasiifnuun, hariiroo michummaa uumuudhaan Guddina waliigalaa kan Dirree Dhawaa teenyaa saffisuu fi dhugoomsuudhaaf tattaaffii goonu daran cimsinee itti fufneeti jirra.

Bulchiinsa keenyatti Daawwannaan Hojiitifi Marii kan guyyoota lamaaf, Jiila kantiibaa magaalaa guddoo Madagaskaar ‘Antananarivo Harilala Ramantsoa’tiin durfamu waliin godhame, qaama tattaaffii kanaa keeysaa isa tokko. Kabajamtuu kantiibaa fi jiilli isii, akkasumaas Ambassador Dirree Dhawaa tan taate Obbooleeytii too Gennet W/sillaasee, turtii ‘Itiyoophiyaa Xiqqoo’ Dirree Dhawaatti taasisaniif Onneerraa isaan galatoomfachaa, ittifufiinsaan fulduratti Bulchiinsi keenya Magaalaa Madagaaskaar…

Read More

Hojjatoota Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaaf Leenjiin Kenname.

Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa “Bara jiddugaleessa” Sanada haala Siyaasaa, Diinagdee fi hawaasummaa, akkasumas haala waqtaawaa biyyaalessaa fi idil addunyaa irratti xiyyeeffate kennamuu jalqabeera. Waltajjii kana irratti haasaa Kan taasisan Hooganaan Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruuk Falaqqaa Akka jedhanitti kaayyoon leenjii kanaa Ogeeyyii Komunikeeshinii haala qabatamaa Biyya Itiyoophiyaa hubatee milkaa’ina ima…

Read More

Miseensonni Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa Qilleensaa Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa 3ffaa deegarsa birrii kum 300 ol Manguddoota Jiddugala Assagaddachiitti argamaiif taasisan.

Miseensonni fi hoggantoonni Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa garee Humna qilleensaa Kifla Xoorii 3ffaa guyyaa har’aa Giddugala Maanguddoota Dr. Asagadech Asselafachitti kurfiiwan gara garaa raawatan. Sagantaa kana irratti kan argaman Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajaan Humna Qilleensaa 3ffaa Itiyoophiyaa Koloneel Daraje Bushraa akka jedhanitti kaayyoon sagantaa har’aa adda durummaan maanguddoota biyya keenyaaf umrii Jireenya isaaniitti shoora guddaa…

Read More

Dirree Dhawaatti Manneen Murtii Smart Gochuuf Adeemsa Kenninsa Murtii Seeraa Fooddaa Tokkoo Hojiirra Oolchuun Hojjetamaa jiraachuu Ibsame

Jilli Hoggantoota Manneen Murtii Naannoo Hararii Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Naannoo Hararii Obbo Maahir Abdusamadin Durfamu Hojmaatawwan, ijaarsaafi Haaromsa Mana Murtii Jalqabaafi Oliyyannaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti gaggeeffamaa jiru daawwate. Tajaajila Murtii Seeraafi Haqaa Fooddaa tokkoo hojiirra oolchaa jiraachuu kan eeran Pirezidaantii Mana Murtii Jalqabaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Abdii Mohammed jilicha yommuu daawwachiisan ibsa yommuu…

Read More

Imala badhaadhina Dirree Dhawaa teeknooloojii ammayyaawaan deegaruun akka barbaachisu ibsame.

Waajjirri Damee Paartii Badhaadhinaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa hoggantoota ol’aanoo fi giddu galeessaaf leenjii guyyoota sadiif kenne ture guyyaa har’aa xumuramu Imala badhaadhina Dirree Dhawaa teeknooloojii ammayyaawaan deegaruun akka barbaachisu ibsame.. Kurfii leenjii kana irrattis magaalaa ismaartii ijaaruu fi tajaajila dhaabbileen karaa teeknooloojiin kennaman guddisuun hojjetamuu akka qabu, keessumaa immoo bulchiinsi misooma lafaa, abbaan taayitaa galii,…

Read More

Guyyoota Sadiif Kan turu Leenjiin Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Gaggeessitoota Olaanoofi Giddugaleessaaf Qopheesse Gaggeeffamaati Jira.

Waltajjii Leenjii Kanarratti Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar, Kabajamtuu Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Aadde Fatiyaa Aden, Hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Ibrahim Yuusuf , dabalatee gaggeessitoonni Olaanoofi Giddugaleessaa dhaabbilee seektaroota bulchinsaafi Aanaalee Bulchinsaa akkasumas gaggeessitoonni paarichaa hundumtuu kan argaman yommuu ta’u guyyoota sadan kanneenittatti sanadoota leenjii…

Read More

Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Ramadaanni Tokkummaa fi Gaarummaaf mata duree jedhuun Maddii qoode.

Baankiin Daldala Itiyoophiyaa #DGC 17/2017 Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Dameen Dirree Dhawaa Ayyaana Dhufaa jiru Kan dhuma Baatii Ramadaanaa jechuuniis Ayyaana Iid Al-Fixiir Sababeefachuun Ramadaanni “Tokkummaa fi Gaarummaaf” mata duree jedhuun hawaasa Galii gad-aanaa qabaniif sagantaa Maddii qooduu gaggaasse. Sagantaa Maddii Qooduu Kan Hawaasa Galii gad-aanaa qaban Kan Aanaalee Magaalaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa saylan irraa Walitti…

Read More

Bitooteessa Bu’aawwan Jijjiiramaafi Abdiiwwan Boruuf!

#DGC Bitootessa 16/2017 Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa Bitooteessa Bu’aawwan Jijjiiramaafi Abdiiwwan Boruuf Mataduree Jedhuun gaggeessitoota Bulchinsa walk-in Marii gaggeesse. Waltajjii marii kana kan jalqabsiisan Kantibaa Itti Aanaafi Hogganaa Biiroo Daldalaa Industiriifi Invastimantii Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Bu’aawwan waggoottan 7n darban keessatti galmaa’an tarreessanii Baatiin Bitooteessaa ashaaraan boqonnaa Jijjiiramaa guddaan kan…

Read More

Mataduree “Bitootessitoota Bu’aa Jijjiiramafi Abdii Boruuf!” Jedhuun Waltajjiin Marii Hoggantoota Bulchinsaa Gaggeeffamaati jira.

#DGC Bitootessa 16/2017 Paartiin Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaa mataduree “Bitootessitoota Bu’aa Jijjiiramafi Abdii Boruuf!” Jedhuun hoggantoota bulchinsaa waliin Waltajjiin Mario gaggeessaati jira. Waltajjiin kana Kantibaa itti aanaa fi hogganaa biiroo daldalaa industiriifi invastimantii bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh waltajjicha kan jalqabsiisan yommuu ta’a Hogganaa Itti aanaa waajjira paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaafi…

Read More