Dirree Dhawaatti Maashinni Ammayyaa Qorannoo Dhiigaafi Dhukkuboota Daddarboo “Alinity” Jedhamu Bu’ureeffame.

Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarfi Deetaan Ministira Fayyaa Federaalaa Dr.Saarillaa Abdullaahii walk-in ta’uudhaan maashina qorannoo Dhiigaafi Dhukkuboota daddarboo “Alinity” jedhamu eebbisiisaniiti jiran. Kansan dura qorannoo dhukkuboota daddarboo yaaluudhaaf qorannoo Dhiigaatiif naamunaan magaalaa Finfinnee ergamaa turuufi maashinichi asitti dhaabuachuun tajaajila fayyaa kan saffisiisuufi baasii hinmalle hambisuu danda’uu Kabajoo Kantibaa Kadiir ibsanii Kansan boodatti…

Read More

Walmarii Biyyooleeyisaa walii galaa irratti Shooraa fi Gumaachi Dubartoota, Dargaggootaa fi Qaama miidhamtootaa, maaltahuu akka qabu irratti waltajjiin marii magaalaa Hararitti gaggeeyifamaa jira.

Waltajjii Qopheeyisummaa Komishina Marii Biyyooleeyisaatiin Magaalaa Harar irratti gaggeeyifamaa jirtu tana irratti Gaazexeyisitoota dabalatee, Waldaalee Siiviikii irraa, Paartiilee Siyaasaa irraa, Wirtuulee Amantaa irraa, akkasuma Dubartoonni, Dargaggootaa fi Qaama miidhamtoonni Naannoo Hararii tii fi Bulchiinsa Dirree Dhawaa irraa walitti babahan hirmaachaati jiran. Waltajjicha guyyoota Lamaaf turu kanarratti, walii galtee walii galaa biyyaaleeyisaa uumuuf tattaaffii komishinarri marii…

Read More

Komishinka Wadatashiga qaran ee Itoobiya ayaa soo qabanqaabiyay madasha wadatashiga haweenka, dhalinyarada iyo dadka baahiyaha gaarka qaba ee ku dhaqan ismaamulka diridhabe iyo dawlad deeganka hararida.

Madashan oo ka qabsoonta magaalada harar oo ay kasoo qaybgaleen masuuliyiinta komishinka wadatashiga qaranka, haween, dhalinyaro, dadka baahiyaha gaarka qaba , ururada bulshada rayidka, Madashan oo socon doonta mudo labo maalmood ah ayaa inta ay socoto lagaga hadli doonaa wacyigalin iyo in ka qaybgalayaasha warbixin laga siiyo xaaladihii kala duwanaa ee uu soo maray komishinku…

Read More

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2018’tin nagaayaafi Fayyaan isiin gahee – Kansjamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obboo Kadiir Juhaar.

Kabajamoon Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa toora Miidiyaa Hawaassummaa isaaniitiin akka ibsanitti – Ayyaanni duudhaan sirna galateeffannaa Oromoo itti calaqqisiifamu kan Irreechaa Malka wayita kabajnu, duudhaallee ijoo Irreechaa kan tahan Nageenya, Araara fi Tokkummaa akka jabeeffanu dhamachaa imala guddina Bulchiinsa keenyaa fi biyya teenya Itoophiyaa dhugoomsuun akka danda’amuuf qormaata hunda irra aannee muraannoon akka hojjannuun waamicha…

Read More

Abbaan Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa ji’oota sadan darbanitti Qarshii biiliyoona 1.7 ol walitti qabuu beeksise

Abbaan Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsaa Dirree Dhawaa ji’oota sadan darbanitti qarshii biiliyoona 1.7 ol walitti qabuu beeksise. Daarektarri Daarektoreetii Tajaajila Maamiltootaa Daarektoreetii Barnootaa fi Leenjii Obbo Akliilee Tahaak, abbaan taayitichaa ji’oota sadan darban keessatti Qarshii biiliyoona 2.5 walitti qabuuf karoorfame keessaa Qarshii biiliyoona 1.7 walitti qabuun, kanaanis karooricha dhibbeentaa 85 galmaan ga’uu ibsaniiru. Bulchiinsi kun teeknooloojiin…

Read More

Dhaabbanni Injinariingiifi Daldalaa Taan Kilabii Kubbaa Miilaa Dirree Dhawaaf Deeggarsa Barbaachisu Gochuuf Fedhii Guddaa Kan Qabu Ta’uun Ibsame.

Kilabiin Ispoortii Magaalaa Dirree Dhawaa Dhaabbata Injinariingii fi Daldalaa Taan Waliin Waliigaltee Ispoonsarummaa Waggaa 3f mallatteesse. Sirna waliigaltee Ispoonsaraaf mallatteessuu kanarratti taphataan garee biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii fi hoji gaggeessaan Dhaabbata Injinariingii fi Daldalaa Taan Obbo fu’aad Ibraahim Kilabii Ispoortii Kubbaa Miilaa Dirree Dhawaaf ispoonsara tahuu isaatti gammachuu guddaa qabaachuu ibsaniiru. Dhaabbanni isaanii kilabichi Dirree kubbaa…

Read More

Adeemsa Ittifayyadama Miidiyaa Ammayyeessuun Biyya Cimtuu Uumuu Keessatti Gaheen Hoggansaafi Miseensotaa murteessaa ta’uun Ibsame.

Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaatti Gurmuun Dubartootaa hooggantoota adda duree fi miseensota Gurmuu dubartootaa, dhaabbilee fi Aanaale irraa dhufaniif leenjii itti fayyadama miidiyaa irratti xiyyeeffate kenneera. Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchinsa Dirree Dhawaattii Ittii Gaafatamtun Gurmuu Dubartootaa Aadde Iftuu Mohaammad waltajjicharratti haasaa taasisaniin itti fayyadama miidiyaa ammayyeessuun hojiiwwan miidiyaa fi qunnamtii dhugaa fi…

Read More

Mana Kitaabaa Immirtaaf Sagantaan Jalqabsiisa Galteewwan Walitti Sassaabuu Gaggeeffame.

Gurgurtaa Kitaabota Ida’amuu Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmed Bulchinsaaf Gumachanirraa argameefi Deeggarsa Bulchinsaatiin kan Ijaarame Mana Kitaabaa Ammayyaa Immirtaatiif sagantaan jalqabsiisa meeshaalee galtee walitti sassaabuu Bulchinsa Dirree Dhawaatti gaggeeffameeti jira. Saganticharratti kan argaman Bakka Bu’aan Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dahawaa Obbo Kadiir Juhaarfi Hogganaan Waajjira Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Gabayyoo Xilahun dhaabbileen mootummaafi miti-mootummaa akkasumas…

Read More

Hospitala Waliigalaa Saabbiyaanitti Kutaan Wal’aansa Cimaafi Yaalii Keessoo Eebbifame.

Hospitaala Waliigala Saabbiyaanitti Baasii Birrii Mil. 20 oliin kan ijaarame Kutaan Wal’aansa Cimaafi tajaajila yaalii keessoo bakka Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa, misieensonni Kaabinee bulchinsaa, abbootiin amantaa, ogeeyyiin fayyaafi keessummoonni hedduun argamaniiti eebbifame. Kabajamoo Kantibaa Kadiir Juhaar Sagan rich array to argamuun haasaa taasisaniin kutaaleen tajaajila wal’aansaa har’a wal’aanaman kunneen akka biyyaatti imaammatafi tarsimoo foyya’insa…

Read More

|Hojii tola ooltummaatiin manneen harka qalleeyyii aanaa 04 hujii jiiysanii jaaruu eegalchiisan.

‎Manneen hujii tola ooltummaatiin hojjataman lamaan ji’a tokkoofii guyyaa 15 keeysatti jaaranii kan xumuran tahuu Itti aanaan biiroo Daldala Industiriifii Invastimantii obbo Abdii muktaar sirna eegalchiisaarratti dubbatan. ‎ ‎Hujiin tola ooltummaa baroowan torban dabranitti akka biyyaattiif tahee akka bulchinsaati hojjatamaa jiran lammiilee harka qalleeyyii rogoowwan gara gara garaatiin fayyadamoo taasisaa argama. ‎ ‎Hujii kana keeysaa…

Read More