Dhaabbanni Baabura Lafoo Dirree-Dawwallee Balaa Baabura Mudateen Lubbuun Namoota 15 Darbuu Ibse.

Dheengadda Balaa Baabura imaltootaa Dawwalleerraa gara Dirree Dhawaa Imalaa jiru mudateen lubbuun namoota 15 darbuu Hoji-gaggeessaa olaanaan Dhaabbata Baabura Lafoo Dirree Dhawaa-Dawwallee Obbo Ayyalaa WaldaYohannis Har’aa ibsa gaazeexeeysootaaf kennaniin ibsaniiti jiran. Balaa kanaanis miidhaaan qaamaa salphaafi cimaan namoota 28 irra gahuufi namoonni 13 immoo yaalii salphaa argataniin fayyanii gara mana isaanii galuu danda’uu kan ibsan…

Read More

Koolleejjiiwwan Ogummaafi Teeknikaa Bulchinsaa Dirree Dhawaa Bara Kana Barattoota 4200 ol Simatee Barsiisuuf Qophiin Xumuramuun Ibsame.

Biiroon Gahumsa Hojii Bulchinsaa Dirree Dhawaa bara Barannoo 2018tti qophii Simannaa Barattoota ogummaafi teeknikaan walqabsiisuun Ibsan gaazeexessummaa Kenne. Hoggantuu Itti Aantuun Biiroo Ogummaa Hojii Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Daarektaara Ejensii Leenjii fi Ogummaa Aadde Faxxum Musxafaa ganama har’aa ibsa gaazeexessummaa kennaniin barattoota kutaa 12tti qormaata biyyoolessaa fudhatanii qabxii seensa Yuunivarsiitii osoo hinargatin hafan akkaataa Ministeerri Ogummaa…

Read More

Kenninsa Murtii Seera Dijitaaleyzuuf Hojiileen Hojjetamaa Jiran Jajjabeessaa Ta’uun Ibsame.

Waltajjiin Seera-Hiiktotaa Biyyooleessaa Magaalaa Dirree Dhawaatti Bakka Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Kabajamoo Obbo Teedroos Mihrat dabalatee Pirezidaantoonni Manneen Murtii Naannooleefi qooda-fudhattoonni argamanitti Gaggeeffame Bakka Buutuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Hoggantuu Biiroo Maallaqaafi Dinagdee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mohammed Haasaa baninsaa taasisaniin keessummootaf ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiti jiran hojii kenniinsa Murtii haqaa…

Read More

Jilli Hooggantoota Ol’aanoo hammate indaastiriiwan Gad-aanoo fi Jiddu galeessaa Dirree Dhawaa daawwatan.

Jilli Hooggantoonni ol’aanoo Mootummaa federaalaa fi naannoo irraa dhufan indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddu galeessaa bulchinsa Dirree Dhawaatti argamu daawwatan Daawwannaa isaanii kanaan dandeettii diinagdee industirii xixiqqaa fi giddu galeessaa bulchiinsa Dirre Dhawaan hundeeffame arguun carraa hojii bal’aa kan uumuu danda’u ta’uu fi xiyyeeffannoo bulchiinsi damee omishaaf kenne, hojii qabatamaan deeggarsa argateera jechuun dubbataniiru.. Itti aanaan…

Read More

Waltajjiin Seera-Hiiktotaa Biyyooleessaa Dirree Dhawaatti Gaggeeffamaati jira.

Waltajjii kanarratti Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa dabalatrr Pirezidaantoonni Manneen Murtii Naannooleefi qooda-fudhattoonni hirmataniiti jiran. Bakka Buutuu Kabajamoo Kantibaa Bulchinsaa Dirree Dhawaafi Hoggantuu Biiroo Maallaqaafi Dinagdee Bulchinsaa Dirree Dhawaa Aadde Muluukaa Mohammed Haasaa baninsaa taasisaniin keessummootaf ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiti jiran Bal’ina Oduu kanaa hordofnee kan isin biraan geenyu ta’a.

Read More

Jilli Kantiibaa Magaalaa Faransaay Le Bugue Dirree Dhawaatti hojii dhaabbii biqiltuu raawwatan.

Jilli kun Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamoo Obbo Harbii Buuh waliin ta’uun wal jijjiirraa muuxannoo Magaalaa Dirree Dhawaa Paarkii Yaadannoo Doktara kabajaa Artist Alii Birraa keessatti erga taasisaa turaniin booda Ashaaraa magariisa Hojii Biqiltuu dhaabuu raawwataniiru. Kurfii hojii Biqiltuu dhaabuu kana ilaalchisuun Kantiibaan magaalaa Faransaay Le Bugue Leonidas Serge biqiltuu dhaabuun Naannoo keenya…

Read More

Dirree Maaycro Faaynaans Ji’oottan Sadan Darban Keessatti Birrii Mil. 302 ol maammiltootasaaf leqeessuu danda’uu ibse.

Maaykiroo Faaynaansiin Dirree Gamaaggama Raawwii Karoora Hojii bara 2018 Kurmaana 1ffaa gaggeesse. Waltajjii Gamaaggama raawwii kanarratti gabaasni raawwii dameewwaniifi Waajjira muummee dhihaachuudhaan Marion bal’aan gaggeeffameeti jira. Hojigaggeessaan olaanaan Dhaabbatichaa Obbo Tashoomaa Abbabaa haasaa taasisaniin ji’oottan darban keessatti Birrii Mil. 324 liqeessuuf karoorfatanii Birrii. Mil. 301 ( 94% ) liqeessuu danda’uu ibsan. Liqii kenname sassaabuunis walqabatee…

Read More

Hariiroon Magaalaa Dirree Dawaafi Faransaay Le Bugue gama barnootaafi ispoortiitiin cimee akka Itti fufu ibsame.

Jilli kantiibaa m)Magaalaa Faransaay Le Buguen durfamu manneen barnootaa Notre Dame, Mariam fi Lgaharree daawwachuun ispoortii aadaa Faransaay Raagbii jedhamu barattootaaf beeksise. Daawwannaa kanarratti Hogganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii daawwannaan kun manneen barnootaa Dirree Dhawaa manneen barnootaa Faransaay waliin walitti hidhuu fi muuxannoo wal jijjiiruu irratti dhiibbaa guddaa qaba jedhan. Muuxannoo…

Read More

Jilli Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Liigii Faransaayiin durfamu pirojektoota misoomaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojjetamaa jiran daawwate

Jilli magaalaa faransaay bakkeeewwan misooma magaalaa Bulchiinsa Dirreetti argaman fi bakkeewwan seenaa qabeessa tahan Zoonii Daldala qaraxarraa bilisaa Dirree Dhawaa, Buufata goggaa, Meetroo Haaraa, Giddugala siivikii Dirree Dhawaa, fi Istaadiyeemii Idil Addunyaa Dirree Dhawaa daawwataniiru. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Legue, Faransaay, Leonidas Serge, pirojektoonni misoomaa magaalaa Dirree Dhawaatti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa haalaan kan saffisiisu ta’uu…

Read More