Manni Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Yaa’ii Ariifachiisaa 3ffaa Bara Hojii 3ffaa Waggaa 5ffaa Gaggeesse.

Manni Marichaa Yaa’ii Ariifachiisaa 3ffaa Bara Hojii 3ffaa Waggaa 5ffaa har’a Gaggeesseen ajandaawwan yaa’ii wariifachiisaaf dhihaatanirratti mari’achuun Mirkaneesseeti jira. Haaluma kanaan manni marichaa qaboo yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 4ffaa sagalee guutuun kan mirkaneesse yommuu ta’u, waltajjii kanaanis muudamoota dhihaatan mirkaneesseeti jira. Afayaa’ii Mana Marii Bulchinsa Dirree Dhawaa Aaddee Fatiyaa Aden Fedhiisaaniin gaaffii…

Read More

Duudhaalee hawaasaa fayyadamuun malaammaltummaa fi hojimaata badaa ittisuun ga’ee hawaasa hundaati jedhame

Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa mata duree “Gahee Dhaabbanni Malaammaltummaa fi Hojii Badaa Ittisuu fi Naamusa Hawaasaa Ijaaruu” jedhuun dubartootaa fi jaarmiyaalee dargaggootaa bulchiinsa kana keessa jiraniif leenjii kenneera. Leenjii kanarratti haasaawa baniinsaa kan taasisaniin Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Feenus Abduljebar akka jedhanitti, dargaggootaafi dubartoonni guddinaa fi…

Read More

Leenjii Artfishal intelligence haala qindaa’een ogeessotaf kanamu egalee

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti leenjiin damee Oggummaa kan Artefishaal intalligansii hojjettoota mootummaa fi ogeessota ‘TQOf’ eegalameera. Dhaabbata Inistiitiyuutii Namtolchee Ityoophiyaa, Yuunivarsiitii finfinnee, fi UNDP waliin ta’uun kan gurmaa’u ta’uu ibsameera. Leenjii kana kan banan Itti aanaan Daarektarri Olaanaa Inistiitiyuutichaa Yitaagasu Dasaleyn inistiitiyuutichi michoota isaa waliin ta’uun leenjifamtoonni teeknooloojii irratti hubannoo bu’uuraa akka argataniif carraa qopheessuu isaa…

Read More

“Nageenya Biyyaa Eegsisuuf Itti-gaafatamummaa Fudhachuufi Biyya Tajaajiluun Kabaja Guddaadha”

(Kabajamoo Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh) Bulchinsa Dirree Dhawaatti Dargaggoota Bara 2018 tti Marsaa Jalqabaaf Raayyaa Ittisaatti Makamuuf Calalamaniif Gaggeessaan taasifame. Sirna gaggeessaa kanarratti kan argamaniiti Kantibaa Itti Aanaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Harbii Buuh Nageenya Biyyaa Eegsisuuf Itti-gaafatamummaa Fudhachuufi Biyya Tajaajiluun Kabaja Guddaa ta’uu dubbatan. Obbo Harbii Buuh Itti dabaluunis…

Read More

Guyyaan Addunyaa Miidhaa Koorniyaa “White Ribbon” Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Taateewwan Adda Addaatiin Kabajameera.

Biiroon Dhimma Dubartootaa Daa’immaniifi Hawaasummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Guyyaa Miidhama Koorniyaa”White Ribon” akka Addunyaatti yeroo 34ffaaf akka biyya biyya keenyatti ammoo yeroo 20ffaaf kabajamu, mataduree “Hawaasa Dhaloota Dhufuuf Jeequmsa Hinobsine Ijaaruu” jedhuun, taateewwan adda addaa waliin kabajeera. Sochiin guyyaa farra miidhaa kornayaa 16ffaa mataduree “Dhaloota dhufuuf hawaasa jeequmsa hinobsine ijaaruu” jedhuun dubartoota miidhaa kornayaa irraa…

Read More

Hojiilee Misooma Koriidaraa Aanaalee Magaalaa Bulchinsaa Dirree Dhawaatti Hojjetamaa Jiran Walitti Hidhuun Ciminaan Itti Fufuun Kan Barbaachisu Ta’uun Ibsame.

Bulchinsaa Dirree Dhawaatti Gabaasni Hojiilee Misooma Koriidaraa Aanaalee Magaalaa Saglanitti Gaggeeffamaa Jiranii Dhihaachuun gamaaggamameeti jira. Kabajamoo Kantibaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar Waltajjicharratti argamuun haasaa taasisaniin hojiileen misooma Koriidaraa Aanaalee Magaalaatti hojjetamaa jiran jajjabeessaa ta’uu eeranii, keessattuu hojiileen qindoominaan raawwatamaa jiran ciminaan Itti fufuu akka qaban hubachiisaniiti jiran. Kabajamoo Kantibaa Itti dabaluudhaanis manneen daldalaafi…

Read More

Hojjettoota Mootummaa kan Miseensa Paartii Badhaadhinaaf leenjiin “Ilaalcha mootummaa ida’amuu Bu’aqabeessummaa dameeleef” kennamuu jalqabe.

Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hojjettoota Mootummaa kan Miseensa Paartii Badhaadhinaaf leenjiin “Ilaalcha mootummaa ida’amuu Bu’a qabeessummaa dameeleef” mata-duree jedhuun kennamuu jalqabe. Miseensota Paartii Badhaadhinaaf kennamuu kennamuu jalqabe kanaan dhaabbilee dhimmi ilaallatu, Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa, fi Waajjira Mana Qopheessaa fi hojigaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa, Biiroon Dhimma Kommunikeeshinii Miotummaa fi Biiroon Konistiraakshinii fi Mjsooma Manneenii fi…

Read More

Dhaloota HIV fi Malaammaltummaarraa Bilisa Ta’e Oomishuun Biyya Dinagdee Cimaa Jabduu Ijaaruu Barbaachisa Jedhame.

Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaa Mataduree “Saaxilamummaa HIV xiqqeessuufi Kenninsa Tajaajilaa Malaammaltummaarraa Bilisa Taasisuu ” jedhanirratti Hojjettootaafi Ogeeyyii Komunikeeshinii Wajjiin Waltajjii Marii Gaggeesse. Waltajjii marii kanarratti argamuun haasaa kan taasisan Hogganaa Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Gootummaa Bulchinsa Dirree Dhawaatti Obbo Buruk Fallaqaa dhaloota Naamusaa gaarii gonfachuun malaammaltummaa balaaleeffatuu HIVrraa bilisa ta’e Uumuun akka guddina…

Read More

Dargaggoonni hojii tola ooltummaa irratti hirmaachuun Naannoo isaanii kunuunsuu fi hawaasa isaanii fayyadamoo taasisuu akka qaban dhaamame

Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Dirree Dhawaa Goflaa Dargaggootaa tajaajila tola ooltummaa ganna bara 2018 waliin walqabatee duula qulqulleessuu fi biqiltuu kunuunsuu gaggeessaniiru. Saganticha irratti kan argaman Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Dirree Dhawaa kan ta’an Obbo Ibraahim Yuusuf akka ibsanitti, duulli qulqullinaa kun dargaggoota waliin ta’uun kan raawwatame yoo ta’u, hojiin tola ooltummaa ganna bara…

Read More

Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Faransaay Kabajamoo Aleeksiis Laameek gara ‘Itiyoophiyaa Xiqqoo’ Dirree teenyaa dhufuu isaaniitiin Onneerraa gammachuu guddaatu ​​natti dhaga’ama.

Daawwannaan hojii kun, waamicha kanaan dura Kabajamoo Ministirri Muummee Abiy Ahimad (PhD), Pirezidaanti biyya Faransaay Maakrooniif akka gara Itiyoophiyaa dhufanii Inveestii godhaniif jecha afeerraa dhiheeysanifitti aanuudhaan kan gaggeefame Daawwiin hujii kun, Hariiroo seena-qabeessa ta’e kan yeroo dheeraadhaaf Dirree Dhawaa fi biyya Faransaay jidduu jiru daran kan cimsuudha. Turtii walgahii kan Garee Miseensoota inveestimantii 16 qabuufii…

Read More