Sochiin Ispoortii hawaasaa 3ffaan Itoophiyaa Dirree Dhawaatti geggeefame.

    Itti-Aanaan Koomishinii Koomishina Ispoortii M.F.D.R. Itoophiyaa Obbo Duubee Jiloo fi Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawas Obbo Kadiir Juhaarii fi geggeesotni sadarkaa gara garaa kan Bulchiinsaa Sochii Ispoortii hawaasaa 3ffaa Itoophiyaa kan Guraandhala 21-2013 Dirree Dhawaatti geggeefame irratti hirmaataniiru. Itti-Aanaan Koomishinarii Koomishina Ispoortii Federaalaa Obbo Duubee jiloo geggeesotni marti Sochii Ispoortii hawaasaa dhaqabaa gochuuf hojjachuu qabuu…

    Read More

      Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Waggaa 125ffaa Guyyaa Injifannoo adwaa kabajame.

      Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Guyyaa yaadanoo Injifannoo adwaa waggaa 125ffaan marii paanaaliin barreefama Seenaa Adwaa irratti taasisuun kabajameera. Sirna kabajaa kana irratti haasawa kan taasisan yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Itti-Aanaa Pirezidaantii Dhimmma Akaadaamii kan ta’an Dr. Magarsaa Qaasim akka jedhanitti dhaloinni ammaa seenaa Adwaa irraa wanti barachuu qabu yooniifi tokkumne wanti nuti hin mimkeesine akka hin jirre…

      Read More

        Hojiin misooma sululaa jireenya keenyaaf bu’aa ol’aanaa qabu hubannee hojjachaa jirraa jedhan.

        Araddaa Baadiyaa Assalissootti jiraatonni hojii misooma sululaa hojjachaa jiran irratti dubbifnee yaada nuuf laatan akka jedhanitti hojiiwan misooma Sululaa kanaan dura hojjachaa ture bu’aawan gara garaa waan nuuf argamsiiseef bu’aawan kana daran cimfannee itti fufaa gochuun irraa fayadamuuf ummatni aradaa keenya walii gallee hojjannee irraa fayyadamuudhaaf hojii irra jirraa jedhan. Deegaraan Araddaa Assalisoo Obbo Haarun…

        Read More

          በድሬ ፔትሮሊየም ካምፓኒ በ10 ሚሊዮን ብር ወጪ የተገነባው የነዳጅ ማደያ ስራ ጀመረ::

          የድሬደዋ አስተዳደር ከንቲባ አቶ አህመድ መሀመድ ቡህ እና ሌሎች የመንግስት የስራ ሃላፊዎች በተገኙበት የተመረቀው ይህ የነዳጅ ማደያ በቀን 250 ሺህ ሊትር ነዳጅ የመያዝ አቅም ያለው ሲሆን ለ24 ሰዓታት ያለማቋረጥ አገልግሎት ለመስጠት መዘጋጀቱን የድሬ ፔትሮሊየም ካምፓኒ ተወካይ የሆኑት አቶ አለማየሁ ደነቀ ተናግረዋል፡፡ካምፓኒው ለምስራቅ ሀረርጌ ያለውን የነዳጅ ችግር በሚችለው አቅሙ ለመቅረፍ እንደሚሰራ ተወካዩ ገልጸዋል፡፡ በተለይ አሁን ላይ…

          Read More

            በ 69 ሚሊዮን ዶላር በድሬ ደዋ እየተገነባ የሚገኘው የደረቅ ወደብ ግንባታ 50% መድረሱ ተገለፀ::

            በድሬዳዋ ከንቲባ አህመድ መሀመድ ቡህ የተመራ የአስተዳደሩ ከፍተኛ አመራሮች ልዑካን ቡድን በድሬደዋ አስተዳደር እየተገነባ የሚገኘውን ደረቅ ወደብ ያለበትን ሁኔታ ጎበኙ ፡፡ በዚህ ጉብኝት ላይ ከንቲባ አህመድ እንደገለፁት በድሬዳዋ ደረቅ ወደብ በግንባታዉ ለባርካታ ወጣቶች የስራ ዕድል ከፈጠረው በላይ ግንባታው ተጠናቆ ሲራ ሲጀምር ከዚህ በላይ የስራ ዕድል የሚፈጥር ከመሆኑም በላይ የድሬዳዋና የምስራቁ የሀገራችን ክፍል ኢኮኖሚ በከፍተኛ ሁኔታ…

            Read More