Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Waggaa 125ffaa Guyyaa Injifannoo adwaa kabajame.

    Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Guyyaa yaadanoo Injifannoo adwaa waggaa 125ffaan marii paanaaliin barreefama Seenaa Adwaa irratti taasisuun kabajameera. Sirna kabajaa kana irratti haasawa kan taasisan yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Itti-Aanaa Pirezidaantii Dhimmma Akaadaamii kan ta’an Dr. Magarsaa Qaasim akka jedhanitti dhaloinni ammaa seenaa Adwaa irraa wanti barachuu qabu yooniifi tokkumne wanti nuti hin mimkeesine akka hin jirre…

    Read More

      Hojiin misooma sululaa jireenya keenyaaf bu’aa ol’aanaa qabu hubannee hojjachaa jirraa jedhan.

      Araddaa Baadiyaa Assalissootti jiraatonni hojii misooma sululaa hojjachaa jiran irratti dubbifnee yaada nuuf laatan akka jedhanitti hojiiwan misooma Sululaa kanaan dura hojjachaa ture bu’aawan gara garaa waan nuuf argamsiiseef bu’aawan kana daran cimfannee itti fufaa gochuun irraa fayadamuuf ummatni aradaa keenya walii gallee hojjannee irraa fayyadamuudhaaf hojii irra jirraa jedhan. Deegaraan Araddaa Assalisoo Obbo Haarun…

      Read More