Sochiin Dargagoota Sababatti Amanan horachuu geggeefamuufi.

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Liigiin Dargaggootaa kan Paartii Badhaadhinaa Sochii ” Dargaggoota Sababaan Amanan haa horannuu ” dhaadannoo jedhuun geggeessuuf kurfii xumuruu Liigichatti itti gaafatamaan damee Gurmaa’iinsaa Dargaggoo Anuwaar Kadiir ibsa gaazexeesitootaaf laataniin ibsan.
    Sochiin kun akka biyaalessaatti sochii geggeefamaa jiru bu’ureefachuun dargaggoota ilaalcha sababaatti amanan horachuuf kaayefatee kan qophiin xumurame taachaas addeessaniiru.