Harcaatii barattootaa hir’isuu fi ittisuuf Deegarsi meeshaalee barnootaa shoora ol’aanaa qabaa jedhame.
Waajjirri Ga’uumsa Dandeettii hojii fi caaraa hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dhawaa barattoota 100’f deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise irratti Hooganaan Waajjirri Ga’uumsa Dandeettii hojii fi caaraa hojii Uumuu Obbo Robel Getachoo akka ibsanitti deegarsi meeshalee barnootaa kun Harcaatii barattootaa hir’isuu fi ittisuuf yaadamee kan qophaa’e jedhanii deeggarsi kuniis kenname dabtara fi qalama kuma dhibba tokko ol…


