Itoophiyaa Hegeree ijaaruuf Roga maraan fayyadamtummaa Dargaggootaa irratti Mootummaan Xiyyeefannoon hojjatas jedhan.

    Magaalotaa Biyyattii 17 keessatti Dargaggoota Roga hawaasummaa fi Dinagdeen fayyadamoo kan taasisu “Kafitaa” jedhame Kan mogaafame Paakeejjiin Qindaawaan Misooma Dargaggootaa Magaalaa Dirree Dhawaatti ifatti jalqabsiifne.
    Kurfii Sirna jalqabsiisa Paakeejjiin Qindaawaan Misooma Dargaggootaa Magaalaa Dirree Dhawaatti geggeefame.
    Waltajjii Agarsiisa Hojii irratti argamuun haasawa baniinsaa Kan taasisan Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Dhaabilee Qacartootaa fi Hojibarbaadota kan walqunnamsiisu Paakeejjii Qindaawaan Misooma Dargaggootaa
    “Kafitaa” Dhaabbatni kun Dargaggoota Roga hawaasummaa fi Dinagdeen fayyadamoo taasisuuf Hojii fi tattaaffii Mootummaa kan deegaruu jedhan.