“ህግ የማስከበሩ ስራ ተጠናክሮ ይቀጥላል!!” ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አህመድ::

    በኦሮሚያ፣ አማራ፣ ቤኒሻንጉል የጸጥታ ሁኔታ፣ በአዲስ አበባ (ቅሚያ እና የጠላት ቅጥረኞች) እንዲሁም በሶማሌ ደግሞ አልሸባብና ኮንትሮባንድ ዋነኛ የሰላም እክል ሆነው ተገኝተዋል። ከበ2 ወራት ውስጥ 1000 የሚበልጡ የሸኔ አባላት ርምጃ ተወስዶባቸዋል። በተሰራው የሰላም ማስከበር ሥራ በሁሉም ስፍራዎች መልካም ውጤት አግኝተናል። ከዚያ በኋላ መልሰን ሕዝቡን ስናወያይ መልካም ምላሽን አግኝተናል። ርምጃዎች ሲወሰዱ ዴሞክራሲያዊ አስተዳደርን ለማስለመድ በተቻለ መጠን ሰላማዊ…

    Read More

      Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad, Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti argamuun gaaffileefi yaadaa miseensoota mana mariichaa irraa ka’aniif deebii kennaniiru.

      Rifoormiin dura Itiyoophiyaan paarkota Indaastirii 3 qofa qabdi; Isaanis Hawaasaa,Kombolchaa fi Maqalee qofa turan; yeroo ammaa paarkota Indaastirii 12 ijaarteetti. Agroo Indaastirii 3 fi Paarkii indaastirii 9 ijaaruun danda’ameera. Al-ergiin keenya waggoota 7f hin guddatee ture erga rifoormii hojiirra oolee waggoota lamaan as Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 4 gaheera. Jijjiiramaan dura daandiin KM kuma 127 ture…

      Read More

        Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba – MM Abiy Ahimad

        Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffii miseensota mana maree bakka bu’ootaa ummaataarraa ka’eef wayita deebii laatan. Jijjiirramaa as gama misooma daandiin hojiin hojjetame gaarii ta’uu kaasanii jiru. Iddoolee ga’umsaa fi tajaajila Daandii qilleensaa dabaluuf hojii hojjetameen bu’aan gaariin argamuu ibsaniiru. Tajaajila uwwisa…

        Read More

          “Abbaa dabaree wanni ja’amu hin jiru An waanan MM ta’eef, Oromoon waan argachuu qabu dhabuu hin qabu” MM Dr. Abiy Ahimd

          “Biiyti quubii miti kan faraqa faraqaan gaggeessan! Oromoon bu’aa argachuu dhiisii waan isaaf maluu hin arganne. Ani waanan Muummee Ministeeraa ta’eef gahee Oromoon argachuu qabu dhabuu hin qabu. Abbaa dabaree ja’anii mataa nama gad qabachiisuudhaaf ololli bifa duulaatiin gaggeyfamaa jiru sirrii miti kun sirraahu qaba. iddoo hundaahuu laala sakhatta’aa ramaddii ministeerummaa iraa jalqabee Ministeerri sabaan…

          Read More

            ሚዲያን በተመለከተ ጠቅላይ ሚኒስትሩ የሰጡት ማብራሪያ ::

            የማህበራዊው ሚዲያ የተጽእኖ ምህዳር ሰፊ ነው። ጥቅሙን እያገኘን ጎጂ ተጽእኖውን የምንቀንስበትን መንገድ መፈለግ ነው ያለብን። በማህበራዊ ሚዲያ ገቢ የሚያገኙ ሰዎች ከገቢው የተነሳ የሀስትና ጎጂ ዜናዎችን ይሰራሉ። ይህ የሚስተካከልበት መንገድ መኖር አለበት። እነዚህ ማህበራዊ አንቂ የተሰኙ ሰዎች በጥፋት ተግባራት ላይም የሚሳተፉ ናቸው። ከለውጡ በኋላ የሚዲያ ብዝሃነት ጨምሯል። ጋዜጠኝነት የሚከበር ሙያ ነው፣ ከወሬ ፖለቲካ አልፎ በትጋት መሥራት…

            Read More

              Qaala’iinsa gabaa tasgabbeessuf tattaaffiin cimaa taasifamaa jira MM Dr. Abiy Ahimad

              Qaala’iinsa jireenyaaf sababoonni hedduun jiraatus rakkoolee kanneen furuuf tattaaffii cimaan taasiifamaa jiraachuu Mummuchi Ministeeraa Dr. Abiy Ahimad ibsaniiru. Qaala’iinsi jireenyaa irra caalaatti lammiilee galii gadi aanaa qaban miidhaa jiraachuu kan ibsan MM hawaasni harka qalleeyyii nyaata guyyaa akka argatuuf magaalaa Finfinneetti hojiin ijaarsa warshaalee Daabboo babal’isuu hojjetame jajjabeessaa ta’uu ibsaniiru. Itoophiyaatti qaala’iinsi gatii % 33…

              Read More

                Waxabajjii 07,2014 Festivaalii aadaafi Aartii Afrikaa Bahaa Finfinneetti eegalame.

                Festivaaliin aadaafi Aartii Afrikaa Bahaa mata duree “Aartii fi Aadaan walitti Hidhamiinsaa Naannawaaf’’ jedhuun Magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira. Festivaalii guyyoota shaniif turu kanarratti meeshaalee aadaa garagaraa ,nyaata Aadaa,dhugaatii ,qorichootaa aadaa,aadaa Sirbaa fi aartii sabootaafi sablammoota Itiyoophiyaa dhiyaataniiru. Sabaafi sablammoonni garagaraas aadaafi aartii naannawaa isaanii qabachuun, Festivaalii kanarratti hirmataaniiru. Biyyoonni Afriikaa Bahaarra affeerramaniis aadaafi aartii biyyaasaanii…

                Read More

                  ሰኔ 07 ቀን 2014 የዋጋ ንረቱን ለመቆጣጠር የተጀመሩ ጥረቶች ተጠናክረው መቀጠል አለባቸው – ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አህመድ::

                  ኢትዮጵያን በከፍተኛ ሁኔታ እየተፈታተነ የሚገኘውን የዋጋ ንረት ለመቆጣጠር የተጀመሩት ተግባራት ተጠናክረው መቀጠል እንዳለባቸው ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አህመድ ተናገሩ፡፡ ጠቅላይ ሚኒስትሩ በህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት 13ኛ መደበኛ ስብሰባ ላይ ተገኝተው ከምክር ቤቱ አባላት ለቀረበላቸው ጥያዌዎች ምላሽና ማብራሪያ በመስጠት ላይ ይገኛሉ፡፡ በማብራሪያቸው ባለፉት አራት አመታት በበርካታ ሰው ሰራሽና ተፈጥሮአዊ ችግሮች አገሪቱ መፈተኗን ጠቅሰዋል። ያጋጠሙ ችግሮች የፈጠሯቸውን እድሎች…

                  Read More

                    የናፍቆት ድሬዳዋ ሳምንትን በታላቅ ድምቀት ለማክበር በአስተዳደር ደረጃ ኮሚቴ ተዋቅሮ የተለያዩ እንቅስቃሴዎች እየተደረጉ ነው ።

                    በተለያዩ የአለማችን ሀገራት እንዲሁም በሀገራችን ኢትዮጲያ ላይ ባሉ ከተሞች ላይ የሚገኙ የድሬዳዋ ተወላጆችና ወዳጆች የፍቅር የአንድነትና የመቻቻል ከተማ በሆነችው የድሬዳዋ ከተማ ላይ በሚካሄደው የናፍቆት ድሬዳዋ ሳምንት ላይ ይገኛሉ ተብሎ ይጠበቃል ። ይኸውም ፕሮግራም ከፊታችን ሀምሌ 11 እስከ ሀምሌ 16 2014 ዓ.ም ድረስ በተለያዩ መርሀ-ግብሮች በታላቅ ድምቀትም ይከበራል ። የናፍቆት ድሬዳዋ ሳምንት በስኬት ይከናወን ዘንድ በአስተዳደር…

                    Read More