Diyaasporaan Hariiroo Biyyaa waliin qabu haala ittii cimu irratti mari’atame
Ejansiin Diyaasporaa Itiyoophiyaa bakka buutota qaamolee ga’ee kan dhaabilee Bulchiinsaa waliin haala ittiin lammiiwan biyya teenyaa kanneen Biyyoottan Alaa (Diyaasporaa) jiraattan hariiroo Biyyaa waliin qaban haala ittiin cimsuun danda’amu irratti mariin taasifame. Wal-tajii marii tana irratti qaamolee ga’ee kanneen dhaabilee Bulchiinsaa bakka bu’uun hirmaattan yaada laataniin akka jedhanitti lammiiwan biyya teenyaa kanneen Biyyoottan Alaa…


