Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti Koonfiraansii geggeefamuufi

    Sadarkaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti haala qabiinsaa Qabeenya Uumamaa , Eegumsa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa irratti kan xiyyeefatu mariin Koonfiraansii geggeefamuufi.   mariin Koonfiraansii geggeefamuuf jedhu kana ilaalchisuudhaan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hoji-geggeessaan Waajjira Abbaan Taayitaa Naannoo ,Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Obbo Abduu Mahaamad ibsa gaazexeesitootaaf laataniin akka eeranitti qaamoleen ga’ee kanneen Naannawa Dirree Dhawaa kanneen…

    Read More

      Jiraatota Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsan

      Ganama kana  Mudde 10 bara 2012 ALH sa’aatii 12:21 irratti Biyyi teenya Itiyoophiyaan yeroo jalaqabaaf gara hawaatti Saatalaayitii milkaa’inaan furgugaafteen Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsaniiru.   Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Saatalaayitii Biyyi teenya Itiyoophiyaan ganama kana furgugaafte ilaalchisuun Namoota waan itti dhaga’ame gaafanne keessaa Obbo Yaasiin Aliyyii , Obbo…

      Read More

        Saatalaayitiin Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf furgugaafte Lafa Mil’achuu jalqabde

        Biyyi teenya Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf furgugaafte tan (ETRSS-1) jedhamte tun faayidaalee gara garaa kan biyya teenyaaf akka gumaachitu kan eegamuudha. Itiyoophiyaan Saatalaayitii jalqaba gara Hawaatti ergiteetti. Itiyoophiyaan Saatalaayitii jalqaba guyyaa har’aa gara Hawaatti haala milkaa’aa ta’een ergiteetti. Saatalaayitiin gara Hawaatti ergamtu tun lafarra fagaattee kaa’amun ishee Itiyoophiyaaf fayyidee gurguddoo baay’ee argamsiste jedhameera. Balaa uumaman dhufu…

        Read More

          Tapering Off Alcohol How To Wean Off Safely

          Contents About Alcohol Abuse How do I know if I need to taper off? What Does “Tapering Off Alcohol” Mean? How to Wean Off Alcohol & Safely Taper Drinking Typically, when a person thinks about the word tapering they think of tapering off medications like opioids. With that being said, tapering is a lot safer…

          Read More

            Jiraatoonni Araddoottan baadiyaa Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan

            Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Biyyoo Awaalleetti jiraatonni Araddaa Laga Birraa fi Ija’aananii Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan. Jiraatonni Araddoottan lamaanii wal-tajjii marii geggeessan kana irratti yaada kaasaniin akka jedhanitti yeroo kanattidhimmi akkaan nu barbaachisu dhimma Nageenya amansiisaa fi olaantummaan wal-qabatan kaasaniiru. Wal-tajjii kana irratti Hirmaatotni yaadaa fi gaaffiiwan kaassanii Biiroo Dhimma Komunikeeshinii…

            Read More

              Hojjatootni Mootummaa Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan

              Bulchiinsa Dirree Dhawaatti kan argaman Miseensotni Dhaabileen ADWUI fi Dhaabileen Deegartootaa Hojjatoota Mootummaa kan gara Paartii Badhaadhinaatti makaman marii geggeessan. Wal-tajjii marii kana irratti Ka’umsi riifoormii paartii badhaadhinaa fedhii ummataa galmaan ga’uu , faayidaasaa fi Mirgoottan Namummaa fi Dimokraasii eegsisuu fi mirkaneessuu taachaa fi “Kaayoo fi sagantaan paartii badhaadhinaa sirni federaalaa sabdaneessaa bu’ura cimaarra akka…

              Read More

                Hoogantoonni ol’aanoo fi sadarkaa gara garaa Paartii Badhaadhina irratti mari’atan

                Hoogantoonni ol’aanoo fi sadarkaa gara garaa kan Dhaabileen ADWUI fi Dhaabileen Deegartootaa kanneen Bulchiinsa Dirree Dhawaatti argaman Sagantaa fi seera ittiin bulmaataa Paartii Badhaadhinaa irratti wal-tajjii marii geggeessaa turan xumuran. Walga’ii kana irratti Ka’umsi riifoormii paartii badhaadhinaa fedhii ummataa galmaan ga’uu , faayidaasaa fi Mirgoottan Namummaa fi Dimokraasii eegsisuu fi mirkaneessuu taachaa fi “Kaayoo fi…

                Read More

                  Rakkoolee Hawaasaa haala ittiin Saayinsiin furuun danda’amu irratti mari’atame

                  Wal-tajjii marii kan Dura-buutonni Manneen Barnootaa fi Manneen Barnootaatti Qindeesitoonni Tuuta Saayinsii warren ta’an kan irratti hirmaattan Rakkoolee Hawaasaa haala ittiin Saayinsii fi hojiiwan kalaqaattiin furuun danda’amu irratti mariin geggeefameera. Wal-tajjii kana irratti haasawa kan taasisan Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Abbaan Adeemsa Hojii Saayinsii , Teknooloojii fi Innoveeshinii Obbo Haarun Abdurahmaan akka jedhanitti hojiiwan kalaqaa kanneen…

                  Read More

                    በቢዮ አዋሌ ክላስተር ለገቢራና ኢጃ አነኒ ቀበሌ በብልጽግና ፓርቲ ህገደንብና ፕሮግራም ዙሪያ ከማህበረሰቡ ጋር ውይይት ተደረገ፡፡

                    በውይይቱ ስለፓርቲው አስፈላጊነት እንደዚሁም የቀጣይ አቅጣጫ ተብራርቷል፡፡   ተወያዩ በፓርቲም ሆነ በህዝብ ውስጥ ከሁሉም በፊት ሰላምና የህግ የበላይነት መስፈን ይገባል ብለዋል፡፡በቀጣይ ህዝብ ከህዝብ በማቀራረብ አንዱ የበላይ አንዱ የበታች የሚያደርግ አሰራር ማስወገድ እንደሚገባም ተወያዮቹ በአጽት ተናግረዋል፡፡ ኢትዮጰያ ዜጎች በእኩልነት የሚኖሩባት ሀገር እንድትሆንም መሰራት እንዳለበት በውይይቱ ተሳታፊ የሆኑት የቀበሌዎቹ ነዋሪዎች አሳስበዋል፡፡ በአጠቃላይ በተደረገው ውይይት የተለያዩ ጥያቄዎችና አስተያየቶች…

                    Read More

                      የኢህአዴግ ውህደት ወቅቱን የጠበቀ መሆኑ ተገለፀ

                      የኢትዮጵያ ህዝቦች አብዮታዊ ዲሞክራሲያዊ ግንባር /ኢህአዴግ/  የውህደቱ ጥያቄ ለረዥም ጊዜ የቆየ በመሆኑ ውህደቱ አሁን ላይ መደረጉ ወቅቱን የጠበቀ መሆኑን  በውህደቱ ዙሪያ ከድርጅት አባላት ጋር ውይይት በተደረገበት ወቅት ተገልጧል፡፡        በውይይት መድረኩ ላይ ተገኝተው ገለፃ ያደረጉት በኦ.ዲ.ፒ የድሬዳዋ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት ኃላፊ እና የከንቲባው የተፋሰስ ልማት አማካሪ አቶ አብዱጀዋድ መሀመድ የኢህአዲግ የውህደት ጥያቄ ረዥም ጊዜ የቆየ…

                      Read More