Jiraatoonni Araddoottan baadiyaa Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan

    Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Biyyoo Awaalleetti jiraatonni Araddaa Laga
    Birraa fi Ija’aananii Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti
    mari’attan.

    Jiraatonni Araddoottan lamaanii wal-tajjii marii geggeessan kana irratti yaada
    kaasaniin akka jedhanitti yeroo kanattidhimmi akkaan nu barbaachisu dhimma
    Nageenya amansiisaa fi olaantummaan wal-qabatan kaasaniiru.
    Wal-tajjii kana irratti Hirmaatotni yaadaa fi gaaffiiwan kaassanii Biiroo Dhimma
    Komunikeeshinii Bulchiinsaa Dirree Dhawaatti Abbaa Adeemsa Hojii
    Komunikeeshi Mootummaa Obbo Shamshaddiin Amiin ibsa itti laataniiru.