Jiraatoonni Araddoottan baadiyaa Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan
Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kilaastara Biyyoo Awaalleetti jiraatonni Araddaa Laga Birraa fi Ija’aananii Sagantaa fi seera ittiin bulmaataPaartii Badhaadhinaa irratti mari’attan. Jiraatonni Araddoottan lamaanii wal-tajjii marii geggeessan kana irratti yaada kaasaniin akka jedhanitti yeroo kanattidhimmi akkaan nu barbaachisu dhimma Nageenya amansiisaa fi olaantummaan wal-qabatan kaasaniiru. Wal-tajjii kana irratti Hirmaatotni yaadaa fi gaaffiiwan kaassanii Biiroo Dhimma Komunikeeshinii…


