Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Sumaalee Magaalaa Jigjigatti marsaa 8 ffaaf Kabajamuu irratti argama

    Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 8 Ida’amuun Badhaadhinaa fi GuddinaMagaalotaaf dhaadannoo jedhuun magaalaa jijjigaatti Guraandhala 9 geggeefamuu jalqabe kan itti fufe yoonii fi ta’u turban tokkoof kurfiiwan gara garaa fi mariiwan taasisuun sadarkaan magaalotaaf laachuun kan xumuramu yoo ta’u kanaaniis magaalotni muuxannoo wal-jijjiiruu fi ofbeeksisanii Invastaroota harkisuuf dorgomiin taasisan kan eegamuudha. Qaamoleen nageenya hanga xumuraatti qindoomina guutuun…

    Read More