Ayyaana Faasikaa yeroo kabajnu jaalala gochaan mul’isuu akka qaban dhaaman
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti kurfii Addaa tan Ayyaana Faasikaa ykn Du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoos sababeefachuun Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Adda durumman qopheesse irratti Abboottiin Amantaa jiraatotaaf dhaamsa dhaamaniin akka addeessanitti Ayyaana Faasikaa yeroo kabajnu jaalala gochaan mul’isuu akka qaban dhaaman. Abboottiin AmantaAmantaa dhaamsa gamtaan dabarsaniin akka addeessanitti Ayyaanicha yeroo kabajnu Gooftaa Iyyasuus Kiristoos jaalala ilmaan namaaf…


