wal-tajjiin marii Muka Jala geggeefamaati jirti

    wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafamee kan Aadaa fi Duudhaawan Dirreen Dhawaa ittiin beekamtuu fi ittiiniis ibsamtu Ijoo eegsisanii itti-fufsiisuuf kan kaayyeefate wal-tajjiin marii Muka Jala geggeefamaati jirti wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafame kana Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Moodeelistii yaada kana Maddisiiste Moodeelisti Fatiyaa Mahamadii waliin kan qopheessan yoo…

    Read More