wal-tajjiin marii Muka Jala geggeefamaati jirti

    wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafamee kan Aadaa fi
    Duudhaawan Dirreen Dhawaa ittiin beekamtuu fi ittiiniis ibsamtu Ijoo eegsisanii
    itti-fufsiisuuf kan kaayyeefate wal-tajjiin marii Muka Jala geggeefamaati jirti

    wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafame kana Biiroon Dhimma
    Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Moodeelistii yaada kana
    Maddisiiste Moodeelisti Fatiyaa Mahamadii waliin kan qopheessan yoo ta’u Aadaa
    marii rakkoo ofii furuu irratti kan xiyyeefatee fi Nageenya bulchiinsaa haala
    amansiisaan itti-fufsiisuun haala danda’amu irratti mari’atamaati jira.
    Wal-tajjii marii kana irratti bakka buutonni qaamolee hawaasa gara garaa
    hirmaatanii haala miidhagaa fi hawataan geggeefamaati jirti
    Aadaa fi Duudhaawan Dirreen Dhawaa ittiin beekamtuu fi ittiiniis ibsamtu Ijoo
    itti-fufsiisuuf wal-tajjiin marii rakkoolee karaa Aadaattiin hiikuu geggeefamaati
    jirti.
    dhaa Ganama boruu jechuuniis Hagayya 4 bara 2011 Dirree Dhawaatti
    geggeessuuf kurfiin haal-duree goolabamuun ibsame.