Filannoo Wliigalaa 6ffaa Qindeesitoonni Karoora Kurfii irratti mari’atan
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Paartii Badhaadhinaa bakka Bu’uun Sadarkaa Mana Marii Bulchiinsaa fi Sadarkaa Biyyaalessaatti Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataaf Qaadhimamtoota Filannoof dhiyaatan kurfeessuuf Qindeesitoonni Karoora Kurfii irratti mari’atan. Waltajjii kana irratti Hoogantoonni Wajjiroottanii fi Biiroolee waliin marii taasifame irratti Hooganaan Waajira Paartii Badhaadhina kan damee Dirree Dhawaa Obbo Maabraatee Gabrayas akka jedhanitti haali dhibee Koronaa…


