waggaa 29 Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP marii paanaaliin kabajame
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29 ffaan Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP fi waggaa 1ffaan jalqabbii imala Jijjiiramaa marii paanaalii kan Sadarkaa Kilaastara Baadiyaa fi Araddoottan magaalaatti Bitoottessa 14 fi 15 geggeefameen haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera. waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” dhaadannoo jedhuun kabajamuu jalqabe kun…


