Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Hojiin Biqiltuu dhaabuu geggeefamaati jira

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Guyyaa har’aa Adoolessa 22 ganama sa’aa 12:00 irraa jalqabee
    iddoowan jidu-galeessa Biqiltuu itti dhaabuuf filaman jahanii fi Ganda jiraatotaa hundatti Hojiin
    Biqiltuu dhaabuu haala ho’aa fi addaa ta’een geggeefamaati jira .

    iddoowan jidu-galeessa Biqiltuu itti dhaabuuf filaman jahan jechuuniis Mooraa Yuunivarsitii
    Dirree Dhawaa , Hospitaala Rifaraala Humna Raayyaa Ittisa Biyyaa , Daandii Aspaaltii Haara’a
    Mamiraa , Paarkii Fooramii Magaalotaa , Paarkii Indastiriittii fi Araddaa Baadiyaa Waaheliitti
    Hojiin Biqiltuu dhaabuu haala ho’aa fi addaa hawaasni damaqinaan kan irratti hirmaateen
    geggeefamaati jira .