Duudhaawan Dirree Dhawaa Ijoo itti-fufsiisuuf wal-tajjiin marii boru ni geggeefam
Aadaa fi Duudhaawan Dirreen Dhawaa ittiin beekamtuu fi ittiiniis ibsamtu wal- tajjiin marii rakkoolee karaa Aadaattiin hiikuudhaa Ganama boruu jechuuniis Hagayya 4 bara 2011 Dirree Dhawaatti geggeessuuf kurfiin haal-duree goolabamuun ibsame. wal-tajjiin marii kan Muka Jala jedhamuun moggaafame kana Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Moodeelistii yaada kana Maddisiiste Moodeelisti Fatiyaa Mahamadii waliin kurfiin…


