Karoora Galmee Waantota dinqisiisoo adunyaa irratti galmaa’uuf qabame milkeessuuf
gandeenittiis Biqiltuun haala ga’aan akka dhihaatu hawaasni dubbifne dubbifne dhaaman
hawaasni magaalaa Dirree Dhawaa baay’een mooraa jireenya isaatti biqiltuu dhaabaati jira
gandeen tokko tokkotti dhiheessi Biqiltuu hawaasa hanqachaa jiraachuus jiraatonni ganda
Gorroo tokko tokko ibsanii akka biqiltuu dhiyaatuuf gaafatan


