Guyyaa har’aa Biqilruu hojii Biqiltuu dhaabuu geggeefamaa jiruun han guyyaa 9:00 tti kan dhaabame

    Kutaa Baadiyaa Bulchiinsaa jechuuniis Kilaastaroota Baadiyaatti Kilaastara Waaheel 52,386 ,
    Kilaastara Asalissootti 20,150 , Kilaastara Biyyoo Awaaleetti 58,150 fi Kilaastara Jaldeessatti
    3769 walumaagala kutaa Baadiyaa Bulchiinsa

    Dirree Dhawaatti Biqiltuun 134,455 kan dhaabame yoo ta’u kutaa Magaalaa Bulchiinsa Dirree
    Dhawaatti 124,538 walumaagalatti hanga guyyaa irraa sa’aa 9:00tti Sadarkaa Bulchiinsa Dirree
    Dhawaatti 258,993