Lafa Invastimatiif laatamee osoo misoomin ture waggoottan dheeraaf ture Heektaarri 103 deebifamuun ibsame

    Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Waggoottan baay’ee dura Invastimatiif laatamee osoo hin misoomin ture waggoottan dheeraaf kan ture Lafa Heektaarri 103 ga’u kan gara Baankii Lafaatti deebifamuun ibsame. Hooganaan Biiroo Bulchiinsa Misooma Lafaa fi Maanaajimantii Dr. Daraaraa Huuqaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti weerara lafaa kan Seeraan Alaa fi Abboottii Qabeenyaa kan Lafa Invastimatiif fudhatanii waggoottan baay’eef osooniifi hin…

    Read More

      Dhibeen chikunyiginiyaa ittisuu fi to’achuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame

      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Torban muraasaan asitti kan mudatee fi hawaasa lakkoofsa ol’aanaa kan miidhaa irraan ga’aa kan jiru balaa dhibee chikunyiginiyaa ittisuu fi to’achuuf Biiroo Eegumsa Fayyaa fi Dhaabileen Fayyaa kan Bulchiinsa Dirree Dhawaa tumsaa jiraachuu Hooganaan Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Isqiyaas Taafasaa ibsan. Hooganaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Dr. Fu’ad Kadiir…

      Read More