Hojiiwan Misooma Hawaasummaa irratti Diyaasporaa akkaan hirmaachisuuf Qindoominaa fi xiyyeefannoon hojjatamuu akka qabu ibsame .
Qopheessummaa Daayireektoreetii Qindeessa Dhimmoota Diyaasporaa Dirree Dhawaattiin bakka bu’oota dhaabilee Tajaajila Hawaasummaa laachuu irratti boba’an kan Bulchiinsaa waliin marii taasifame irratti haasawa baniinsaa kan taasiste Hoogantuun Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Adde Muluukaa Mahamad akka jedhanitti Hojiiwan Misooma Hawaasummaa kanneen roga gara garaa irratti hawaasa Diyaasporaa hirmaachisuun guddina hawaasaa saffisiisuuf Biyti teenyaa fi Bulchiinsi keenyaa…


