Baratoota Kum Dhibba Shan fayyadamoo kan taasisu Sagantaan Soorata barattootaa jalqabamuufi.
Faawundeeshiniin Elneet Waldaa Misooma Dirree Dhawaa fi Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa waliin ta’uun Manneen Barnootaa Bulchiinsatti kan argaman Baratoota Kum Dhibba Shan fayyadamoo kan taasisu Sagantaan Soorata barattootaa jalqabsiisuuf guyyaa arraa waliigaltee walii mallateessan. Sagantaa kana irratti kan argaman Hooganaan Biiroo Barnoota Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Sulxaan Aliyyii akka jedhanitti akka biyyaatti caba damee…


