Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa murteewan gara garaa dabarsuun xumure
Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa caamsaa 8 fi 9 geggeessaa ture murteewan gara garaa dabarsuu fi Muudama Obbo Abdulsalam Ahmad Itti-Aanaa Afa-yaa’ii Mana Marii fi Obbo Ibraahim Yuusuf Hooganaa Biiroo Qonna , Bishaan , Albuudaa fi Inarjii godhee muuduudhaan yaa’ii Idilee 41ffaa xumurame . Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa kanaan raawwiin hojii…


