Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa caamsaa 8 fi 9 geggeessaa ture murteewan gara garaa dabarsuu fi Muudama Obbo Abdulsalam Ahmad Itti-Aanaa Afa-yaa’ii Mana Marii fi Obbo Ibraahim Yuusuf Hooganaa Biiroo Qonna , Bishaan , Albuudaa fi Inarjii godhee muuduudhaan yaa’ii Idilee 41ffaa xumurame .
Manni Marii Bulchiinsaa yaa’ii Idilee 41ffaa kanaan raawwiin hojii dhaabilee Raawachiiftota kan ji’oota 9 dhiyaateen mariin irratti geggeefameera.
Manni Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa kallattiin hojii kan guyyoottan 60 laachuun xumurameera.


