Bulchiinsa Dirree Dhawaa Araddaa 02tti wal-dhabbiin Ganda jidduutti Uumamee ture Araaraan goolabame

    Bulchiinsa Dirree Dhawaa Araddaa 02tti wal-dhabbiin Ganda lama jidduutti Uumamee ture kan ganda lamaan jechuuniis Ganda Tasfaa fi Ganda Masqalanyaa irraa  Dargaggootni walitti babahan kan irratti hirmaattan Koonfiransii marii Araaraa geggeefameen walitti Araaramuudhaan xumurame.   Dilbata Caamsaa 11 bara 2011tti Koonfiransii marii Araaraa kun Mana Barnootaa Saabiyaan Sadarkaa 2ffaa Koonfiransii marii geggeefame irratti Dargaggootni Ganda…

    Read More

      Marsaa 2ffaa Hojii Duula Qulqulinaa biyyaalessaa Dirree Dhawaatti geggeefame

      Dhaamsa Muummeen Ministeera Biyya Teenyaa Dr. Abiyyi Ahmad dabarsaniin akka biyyaatti kan jalqabame hojiin duula qulqulina Naannoo Bulchiinsa Dirree Dhawaatti geggeefame.   Duula hojii qulqulina Naannoo kana irratti jiraatonni hirmaattan tokko tokko yaada nuuf laataniin akka jedhanitti Sabummaan qoqqooduu ni balaaleffanna waliin jireenya ni deegarra tokkummaa ni jaalanna jechuun yaada nuuf laataniin ibsaniiru. Duula hojii…

      Read More

        Dhaabileen Bulchiinsaa Qabiinsaa fi Itti-fayyadamiinsa Qabeenya Mootummaa fooyessuu akka qaban ibsame

        Koreen Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Obbo Sulxaan Aliyyiin duurfame haala Qabiinsaa fi Itti-fayyadamiinsa Qabeenya Mootummaa ilaalchisuudhaan daawannaa hojii kan dhaabilee Bulchiinsaatti geggeesan.   Koreen kun Bulchiinsa Dirree Dhawaatti dhaabileen mootummaa Qabiinsaa fi Itti-fayyadamiinsa Qabeenya Mootummaa  fooyessuu akka qaban Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Obbo Sulxaan Aliyyii ibsan. Obbo Sulxaan kana kan ibsan…

        Read More