Yuunivarsitiiwan Nageenyaa fi Guddina Biyyaaf shoori qaban ol’aanaa akka ta’e ibsame

    Yeroo dhihoo asitti rakkoolee nageenyaa kan akka biyyaatti Kutaalee biyyatii kanneen gara garaa keessattii fi akka Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaattiis iddoowan tokko tokkotti rakkoolee dhabamuu Tasgabii fi nageenyaa mudachaa tureen lubbuu namootaa fi qabeenya irraan miidhaa geesisaa dhufe ittisuun Nageenyaa fi Guddina Biyyaaf shoori keessattuu baratootaa fi hawaasni Yuunivarsitiiwan qaban ol’aanaa akka ta’e Pirezidaantiin Yuunivarsitii Dirree Dhawaa Dr. Yaareed Maammoo ibsaniiru.

    Dr. Yaareed kana kan ibsan NageenyaYuunivarsiti Dirree Dhawaa irrattiwal-tajjii marii kan hawaasni Yuunivarsitichaa hoogantootaa Yuunivarsiti fi Hoogantootni ol’aanoon Mootummaa fi Dhaabaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa waliin geggeessan irratti karoorri rakkoolee Bulchiinsa Gaariin wal-qabatee Yuunivarsiti Dirree Dhawaatti mul’atan keessaa guyyoottan 100 itti aanan keessatti kanneen furuuf Yuunivarsitichi qabate Pirezidaantiin Yuunivarsitii Dirree Dhawaa Dr. Yaareed Maammoo dhiheessuun mariin irratti taasifameera.

    Leave a Reply

    Your email address will not be published. Required fields are marked *