Nageenyi kan Siranu jeequmsa dhaabbisuun osooniifi hin ta’in rakkoolee furuudhaan jechuun jiraattonni Dirree Dhawaa ibsan
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti “Nageenya Seenaan Tee adda kan foo’amtu Jaalalaani ” dhaadannoo jedhuun wal-tajjiin marii Konfiransii Nageenyaa Jiraatonni Bulchiinsaa kan kum 57 ol ta’an irratti hirmaachuun geggeefamaa ture wal-tajjii goolabii geggeefame irrattihirmaatota dubbifne keessaa warren yaada nuuf laattan akka jedhanitti Nageenyi kan Siranu jeequmsa dhaabbisuun osooniifi hin ta’in rakkoolee furuudhaan jedhan Jiraattonni yaada isaaniin…


