Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti “Nageenya Seenaan Tee adda kan foo’amtu Jaalalaani ” dhaadannoo jedhuun wal-tajjiin marii Konfiransii Nageenyaa
Jiraatonni Bulchiinsaa kan kum 57 ol ta’an irratti hirmaachuun geggeefamaa ture wal-tajjii goolabii geggeefame irrattihirmaatota dubbifne keessaa warren yaada nuuf laattan akka jedhanitti Nageenyi kan Siranu jeequmsa dhaabbisuun osooniifi hin ta’in rakkoolee furuudhaan jedhan
Jiraattonni yaada isaaniin nageenya magaalaa Dirree Dhawaa mirkaneessuuf dhimmi ijoon rakkoolee Bulchiinsa Gaariin wal-qabatan keessattuu kanneen
Konfiransii Nageenyaa geggeefamaa ture irratti hawaasni bal’inaan kaasaa ture yooniifi furaman hawaasni magaalaa teenyaa Aadaa fi Duudhaa waggoottan dheeraaf Dirree Dhawaa ittiin jiraachaa turan tan wal-danda’anii nageenyaa fi wal-jaalatanii ittiin jiraachaa turan irraa kan bahuus ta’e Aadaa tanaan alattiis kan jiraachuu hin dandeenye taachaas addeessaniiru.


